Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa booru walga’ii ariifachiisaa 3ffaasaa ni gaggeessa
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii ariifachiisaa 3ffaasaa ni gaggeessa.
Waajjirri mana marichaa Faanaa Broodkaastiing…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 738 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 738 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Magaalichatti sa’aati 10 hanga 2tti konkolaattota fe’umsaa jajjaboo galchuu fi sochosuun akka…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa keessaa sa’aati 10 hanga galgala sa’aati 2tti konkolaattota fe’umsaa jajjaboo galchuu fi sochosuun adabbii akka qabu…
Jaappaan deeggarsa nyaataa Ityoophiyaatif Doolaara Ameerikaa miiliyoona 30 ol laatte
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) - Jaappaan deeggarsa nyaataa Ityoophiyaatif Doolaara Ameerikaa miiliyoona 30 ol laatte.
Sagantaan Nyaata Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsa Doolaara…
Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 228 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 228 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
agaalaa Finfinneetti bara barnootaa 2013 eeggalchiisuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti bara barnootaa 2013 eeggalchiisuuf qophiin xumuramuu ibsame.
Magaalaa Finfinneetti bara barnootaa 2013 eegaluuf qophii xumuruu…
Ministeerri Fayyaa haala itti barnoonni eegaluu danda’u yoo nuuf mirkaneesse ni eegalla
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) –Ministeerri Fayyaa haala itti barnoonni eegaluu danda’u yoo nuuf mirkaneesse ni eegalla – Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa.…
Irreechi Malkaa Fulbaana 23 Hora Finfinneetti, bariitu Harsadiitti kabajamee oola
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Irreechi Malkaa baranaa Fulbaana 23 fi 24,2013 kabajamee oola.
Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo ibsa laaten akka beeksisetti Irreechi Birraa baranaa hora…
Affaaritti lammiilee sababa balaa lolaatin buqqa’aniif dhaabbileen adda addaa deeggarsa taasisa jiru
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Naannoo Affaaritti lammiilee sababa balaa lolaatin buqqa’aniif dhaabbiilee adda addaa deeggarsa taasisa jirachuu ibsame.
Guyya har’aas dhaabbanni…
Bu’uuruma gaaffii naannooleen dhiyeessaniin lammiilee lolaan buqqa’aniif deebiin kennamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Komishiniin Hoji gaggeessaa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Bu’uuruma gaaffii naannooleen dhiyeessaniin lammiilee lolaan buqqa’aniif deeggarsa dhiyeessaa…