Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaannonni 274 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyaa galan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) –lammiileen Ityoophiyaa 274 Sawuud Arabiyaa Jidaatti rakkoo garaagaraa keessa turan 274 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Ityoophiyaannonni kanneen wayita…
Dhimmi obbo Mishaa Adam bakka isaan hin jirretti laalame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Dhimmi obbo Mishaa Adam bakka isaan hin jirretti laalame.
Manni murtii obbo Mishaan obbo Jawaarif saatalaayitii biyya alaatii gale dhaabuu…
Yuunivarsiitiin Salaalee Mana Barumsaa Addaa Magaalaa Shararootti banuuf qophiirra jiraachuusaa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee Mana Barumsaa Addaa Magaalaa Shararootti banuuf qophiirra jiraachuusaa beeksise.
𝑌𝑢𝑢𝑛𝑖𝑣𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑡𝑖𝑐ℎ𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑢𝑚𝑠𝑎 𝑎𝑑𝑑𝑎𝑎…
“Gabataa Biyyaaf” irraa tumsi Birrii biiliyoona 3 kan argamu ta’uun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – "Gabataa Biyyaaf" irraa tumsi Birrii biiliyoona 3 kan argamu ta'uun ibsame.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojaktoota…
Baankiin Addunyaa qonna Ityoophiyaa tumsuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 80 raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa misooma qonnaa Ityoophiyaa tumsuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 80 raggaasise.
Dhaabbatichi akka beeksisetti…
Sochii invastimantii lafa qonnaa babal’aa fooyyessuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mariin…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Sochii invastimantii lafa qonnaa babal’aa fooyyessuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mariin gaggeeffame.
Invastimanytii lafa qonnaa babal’aa guddinaa…
Godina Matakkalitti rakkoon nageenyaa mudatee ture tasgabbaa’uun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkal aanaalee muraasatti rakkoo nageenyaa mudatee ture tasgabbeessuu fi olaantummaa seeraa kabachiisuuf…
Ityoophiyaatti dabalataan namoonni 700 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 700 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Dhaabbileen 15 fi abbootiin qabeenyaa proojaktii ‘maaddii biyyaaf’ birrii miiliyoona dhibba 2 fi…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Dhaabbileen sadarkaa federaalaa 15 fi abbootiin qabeenyaa proojaktii ‘maaddii biyyaaf’ birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 55n Kuuppoonii irbaataa…
Oomisha Intarpiraayzoota Maanuufaakcheriingii xixiqqaa guddisuuf walii galteen mallattaa’e
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Oomishaalee Intarpiraayzoota Maanuufaakcheriingii xixiqqaa guddisuuf walii galteen deeggarsa maallaqaa mallattaa’e.
Waliigateen kun Mana…