Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’an 200f beekkamtiin laatame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad marsaa 2ffaan kaffaltoota gibiraa federaalaa amanamoo ta’an 200f beekkamtii kennan.
Sirna…
Baatii lama keessatti ijaarsa hidha haaromsaaf birrii miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 72 walitti…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013 baatii lama keessatti ijaarsa Hidha Haaromsaaf birrii miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 72 fi kumni dhibbi 3 ol walitti qabamuu…
Dirree Dawaatti maallaqnii biyyoota garagaraa kan seeraan alaa socha’uuf yaadame to’atame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Hordoffii qaamoleen nageenya bulchiinsa Dirree Dawaa tasiisaniin maallaqnii biyyoota garagaraa kan seeraan alaa socha’uuf yaadame to’annoo jalaa oolu…
Bara oomishaa kanatti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 91 ni eeggama –…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Bara oomishaa kanatti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 91 ol kan eeggamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…
Balaa uumamaa naannolee hedduu miidhe ilaalchisee tarkaanfiiwwan mootummaan fudhate gamaaggamameera…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Balaa uumamaa naannolee hedduu miidhe ilaalchisee tarkaanfiiwwan mootummaan fudhate gamaaggamameera – Dooktar Abiy Ahimad
Muummeen Ministiraa FDRI…
Noottii Birrii jijjiiruun sosochii Koontiroobaandii hir’isuuf shoora olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Noottii Birrii jijjiiruun sosochii Koontiroobaandii hir’isuuf shoora olaanaa qabaachuu Koomishiniin Guumruukaa beeksise.
Noottii Birrii…
Obbo Lidatuu Ayyaaleew yakka meeshaalee waraanaa hin eeyyamamne qabachuun himanni irratti dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa obbo Lidatuu Ayyaaleew yakka meeshaalee waraanaa hin eeyyamamne qabachuun himata irratti dhiyeesse.
Abbaan Alangaa…
Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa balaa lolaa naannoo Afaariitti muudateef deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ balaa lolaa naannoo Afaariitti muudateef deeggarsa Doolaara kuma dhibba 6 fi kuma 50…
Har’aa eegalee maallaqa harkaa harkatti dabarsuun bittaa gurgurtaa qabeenyaa gaggeessuun hin…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Har'aa eegalee maallaqa harkaa harkatti dabarsuun bittaa gurgurtaa qabeenyaa gaggeessuun kan hin danda'amne ta'uu Eejansiin Mirkanaa fi Galmeessa…
Manni Maree Ministirootaa murteewwan dabarse
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga'ii idilee 89ffaasaa gaggeessen murteewwan dabarse.
Manni marichaa kaleessa Fulbaana 6,2013 walga'ii idileesaa…