Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Baha Afrikaatti torbee kana hammi Roobaa olaanaa ta’e ni eeggama
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) –Ityoophiyaa fi Biyyoota Afrikaa Bahaatti torbee kana hammi Roobaa olaanaa ta’e roobuu akka danda’u giddugalli qabeenya jijjiirrama qilleesnaa Baha…
Ityoophiyaatti dabalataan namoonni 485 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 485 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa…
Magaalaa Finfinneetti karoorri raawwii tarsiimoo nageenya daandii bara 2013 hanga 2015tti raawwatu…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti karoorri raawwii tarsiimoo nageenya daandii bara 2013 hanga 2015tti raawwatu ifoome.
Karoorichi rakkina daandii magaalichatti…
Guttinsa laga Awaashiin lammiilee miidhamaniif meeshaalee garagaraa Birrii kuma 900 fi kuma 50…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) –Miseensoonni mana maree bakka bu’oota ummataa guttinsa laga Awaashiin lammiilee miidhamaniif meeshaalee garagaraa Birrii kuma 900 fi kuma 50 tilmaamamu…
Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 440 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyatti ni deebi’u
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 440 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyatti ni deebi’u- Ministeera Dhimma Alaa
Lammiileen Ityoophiyaa Sawuud Arabiyaa…
Ajjeechaa barattuu Haaymaanoot Badhaadhaan shakkamuun qorannoo irratti gaggeefamaa kan ture Dagginat…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) –Ajjeechaa barattuu Haaymaanoot Badhaadhaan shakkamuun qorannoo irratti gaggeefamaa kan ture Dagginat Warquu fi Mihratuu Miixxaa irratti himatni…
Ambaasaaddar Reedwaan, gita isaanii Poorchugaal waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) - Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa ambaasaaddar Reedwaan Huseen gita isaanii Poorchugaal Teereezaa Riibeeyroo waliin mari’atan.
…
Sirni lammiilee fi dhalattonni Ityoophiyaa Ameerikaatti argaman bakka jiraan ta’uun paaspoortii fi…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC)- Sirni lammiilee fi dhalattonni Ityoophiyaa gara Imbaasii osoo hin deemin bakka jiran ta’uun paaspoortii fi waraqa eenyummaa dhaloota Ityoophiyaa (Origin…
Sirna qabiinsa ragaa dhaabbilee barnoota olaanoo ammeeyyeessuf sagantaa gochaa ifoome.
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Sirna qabiinsa ragaa dhaabbilee barnoota olaanoo ammeeyyeessuf sagantaa gochaa ifoome.
Sirna qabiinsa ragaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo ammeeyyeessuf…
Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa taa’amaa jira
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa giddu galeessaa taa'amaa jira.
Leenjichi magaalota godinaatti laatamuu eegaleera.
…