Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 1 ol ta’e
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 1 ol ta'e.
Gabaasa sa'aa 24tin qorannaan samuudaa namoota…
Naannoon Oromiyaa nageenya ummata haqaan mirkaneessuuf konkolaataa paatrooli 650 kenne
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Mootummaa naannoo Oromiyaa nageenya ummata haqaan mirkaneessuuf konkolaataa paatirooli 650 kenneera.
Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Manneen murtii Federaalaa baatii Fulbaana gariin cufamaniit turu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Manneen Murtii Federaalaa baatii Fulbaana 2013 gariin cufamaniit akka turan Mannii Murti Waliigalaa Federaalaa beeksise.
Manneen murtii weerara…
Aadde Adaanach Abeebee lammiilee daandiirra jiraataniif maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinee aadde Adaanach Abeebee lammiilee daandiirra jiraataniif maaddii qoodaniiru.
Aadde Adaanach yeroodhaaf warreen…
Dhalattonni Ityoophiyaa fI Ityoophiyaannonni Awustiraaliyaa fi Niwuuzlaand Hidha Haaromsaa…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) –Dhalattonni Ityoophiyaa fI Ityoophiyaannonni Awustiraaliyaa fi Niwuuzlaand Hidha Haaromsaa Guddichaaf keenna fi bittaa boondii doolaraa Ameerikaa kuma…
Haroon Haramaayaa qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Haroo Haramaayaa bishaan qabachuurratti hundaa’ee bara baraan jiraachisuuf hojiin balfa qulqulleessu gaggeefameera.
Haroon Haramaayaa waggoota 15 oliif…
Dr. Abiy Ahimad warshaa Kiitii qorannoo vaayrasii koroonaa oomishuu eebbisisan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad warshaa Kiitii qorannoo vaayrasii koroonaa oomishuu eebbisisuun hojii eegalchiisaniiru.
Dooktar Abiy…
Qabsoon Adda Bilisummaa Oromoo Dandamachiisuu, Cimsuu, hirmaachisaa fi Dimokraatawaa taasisuuf…
Finfinnee, Fulbaana 3,2012 (FBC)- Qabsoon Adda Bilisummaa Oromoo Dandamachiisuu, Cimsuu, hirmaachisaa fi Dimokraatawaa taasisuuf jalqabame Itti fufa.
Ibsa guutuu Adda Bilisummaa…
Koollejjiin Poolisii Oromiyaa Komishiinii Poolisii Oromiyaa waliin qindaa’uun qondaaltota…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Koollejjiin Poolisii Oromiyaa Komishiinii Poolisii Naannoo Oromiyaa waliin qindaa'uun qondaaltota yeroo turmaataa xumuraniif beekkamtii kenne.…
Waldhabdee yeroof uummameen minseensi poolisii tokko maatii warra haadha manaa isaa keessaa lubbuu…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waldhabdee yeroof uummameen minseensi poolisii tokko maatii warra haadha manaa isaa keessaa lubbuu namoota 4 galaafate.…