Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Konkolaataa muudateen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Fulbaana 2, 2013 (FBC) –Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaa aanaa Anadaadii fi magaalaa Adaamaatti balaa Konkolaataa muudateen lubbuun namoota 10 darbe.
Naannoo…
Aadde Adaanach qaama miidhamtootaf Wiilcharoota arjooman
Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Wilcharoota 300 qaama miidhamtootaf arjooman.
Aadde Adaanach kabaja ayyaana…
Giiftii Dureen daa’imman giddugala guddisa daa’immanii keessa jiraatan laaqana affeeran
Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw daa’imman giddugala guddisa daa’immanii keessa jiraatan laaqana affeeran.
Giiftii Duree Zinnaash…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Faawundeeshinii Diibooraa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Faawundeeshinii Diibooraa daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad hojii Faawundeeshiniin Diibooraa…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Maanguddoota, warreen daandirra jiraatanii fi qaama miidhamtootaf…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maanguddoota, warreen daandirra jiraatanii fi qaama miidhamtootaf affeerraa laaqanaa taasiisan.
Bara…
Ce’umsi baraa gara baraatti godhamu hiikaa akka qabaatuuf yaada haaraa fi tarkaanfataan dabaallamuu…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Ce’umsi baraa gara baraatti godhamu hiikaa akka qabaatuuf yaada haaraa fi tarkaanfataan dabaallamuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Lammileen Ityoophiyaa 147 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) - Lammileen Ityoophiyaa 147 Saa'ud Arabiyaarra gara biyyaatti deebi’an.
Ityoophiyaanoota Godaansan Saa’ud Arabaiyaatti rakkoo keessa jiran…
Barri haaraan nagaan akka kabajamuuf qaamoleen nageenyaa haalduree xumuranii hojiiti galuun ibsame
Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) – Barri haaraan nagaan akka kabajamuuf qaamoleen nageenyaa haalduree xumuranii hojiiti galuun ibsameera.
Komishiinin Poolisii Bulchiinsa Magaalaa…
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bara haaraaf erga baga geessanii dabarsa
Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) –Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee bara haaraaf erga baga geessanii dabarsa.
Bara haaraatti lammiileen Ityoophiyaa hojii hundummaa itti gaafatamummaan akka…
Aadaan wal utubuu fi wal gargaaruu keenyaa bara haaraatti cimee itti fufuu qaba – Abbootii Amantaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) –Aadaan wal utubuu fi wal gargaaruu keenyaa bara haaraatti cimee itti fufuu qaba – Abbootii Amantaa
Abbootiin Amantaa garagaraa aadaan wal utubuu fiwal…