Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoommani waliigaltee tumsa misoomaa Doolaara biiliyoona 7.1…
Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoommani waliigaltee tumsa misoomaa Doolaara biiliyoona 7.1 mallatteessan.
Waliigaltichi waggoota…
Qulqulluu Abunee Marqooriyoos bu’aalee Dooktar Abiy galmeessaniif galata dhiyeessan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) - Paatirayaarikiin Ordotoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa Qulqulluu Abunee Marqooriwoos bu’aalee Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad galmeessaniif…
Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa bara haaraa dabarsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Ayyaana bara haaraa 2013 sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.
Obbo Shimallis…
Gumiin Gaayyoo seeroota lallabachuun xumurame
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Gumiin Gaayoo yaa'isaa gosaa fi miiloo xummurachuun Seerota ba'an Gumii Walii galaaf dhiyeesseera.
Gumichi seerawwan duraan turan cimsuun,…
Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyiif 648f deeggarsi taasifameera.
Bulchinsa magaalaa Laga Xaafoo…
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo erga baga geessanii dabarsaniiru.
Aadde Loomiin, mul'atoota bara 2013tti qabanne galma yaadame biraan…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa daawwataniiru.
Ambaasaaddaroonnii…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 208 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 208vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
MM Dooktar Abiy muudama haaraa laatan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad proofeesar Bayyane Pheexiroos itti aanaa hoji gaggeessaa olaanaa Inistiityuutii qorannoo Imaammata taasisuun…
Bara haaraa sababeeffachuun Sirreeffamtoota 551f dhiifamn godhame
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Bara haaraa 2013 sababeeffachuun sirreeffamtootaa, federaalaa, naannoolee fi manneen sirreesaa ittisa waraanaa keessatti argaman 551f dhiifamni…