Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhukkubsattoota hospitaala mootummatti kalee dhiqsifataniif baasii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara haaraa 2013 sababeeffachuun dhukkubsattoota hospitaala mootummatti kalee dhiqsifataniif baasii waggaa 1 uwwisuuf waadaa…
Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaroo dhabeeyyii 100 ta’aniif maaddii qoodan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw bara haaraa sababeeffachuun har'a qaroo dhabeeyyii 100 ta'aniif maaddii qoodaniiru.
Maaddii qoddannichaan qaroo…
Hojiileen damee utubaalee jijjiirramaa cimsuu hojjetamaa jiru – MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala yeroo dhimmoota biyyaaleessaa ilaalchisee gaaffii dhiyaateef deebii laataniiru.
Hariiroon…
Manni maree nageenya biyyaaleessaa dhimmoota haala nageenyaa fi yeroorratti mari’achuun kallatti…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Manni maree nageenya biyyaaleessaa dhimmoota haala nageenya biyyattii fi yeroorratti mari’achuun kallatti kaa’eera.
Manni maricha miidhaa qaqqabuuf…
Hidhi Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa balaa lolaarra kan ishee baraaru ta’uu Sudaan ibsite
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa guutumma guutuutti wayita xumurame Sudaan balaa lolaarra kan ishee baraaru ta’uu Ministirri Ministeera Jalliisi…
Proojaktoota ummata naannoo Oromiyaa fayyadamoo taasisaan hojjachuuf qophii ga’aan taasifame – obbo…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Bara 2013tti proojaktoota ummata naannoo Oromiyaa fayyadamoo taasisaan hojjachuuf qophii ga’aan taasifamuu sadarkaa itti aanaa preezdantiitti Qindeessaan…
Aadde Adaaneech Qaammee 4 guyyaa galataa sababeeffachuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee, Qaammee 4 guyyaa galataa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.
Aadde Adaaneech fulaa…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin mari’atan.
Muummeen…
Bara 2013tti sadarkaa biyyaalessatti waliinga’insa humna elektirikii guddisuuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Bara 2013tti sadarkaa biyyaalessatti waliinga’insa humna elektirikii guddisuuf hojjechaa jiraachuu Tajaajjilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksise.
Hoji…
Biiroon Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa meeshaalee nyaataa Birrii miliyoona 1.5 tilmaamamu…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Biiroon Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa harka hawaasa qalleeyyif meeshaalee nyaataa Birrii miliyoona 1.5 tilmaamamu deeggarsa akka taasisu beeksise.…