Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiinin Poolisii Federaalaa uummata waliin qindoominaan bara haaratti hojii yakka ittisuu akka…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Komishiinin Poolisii Federaalaa uummata waliin qindoominaan bara haaraatti hojii yakka ittisuu akka hojjetu ibsee.
Itti aanaan komishiini poolisii…
Lammiilee balaa lolaan miidhaman kuma 600f deeggarsi namooma taasifamafi jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Sababa lolaatin lammiilee miidhaan irra ga’ee kuma dhibba 6 ta’aanif gargaarsi namoomaa fi deeggarsi taasifamafi jiraachuu Komishiniin Hoggansa Hojii Sodaa…
Ityoo Teeleekoom lammiilee Ityoophiyaaf qooda %5 aksiyoonaan akka gurguruu beeksise
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Hojiiwwan foyyaa’insa damee Teeleekominikeeshinirratti waajjira muummee ministiraatti mariin gaggeefama jira.
Bakka Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy…
Magaalichatti qajeelfama taarifa tajaajila geejjibaa fi dandeetti fe’umsaa ba’erratti fooyya’insi…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Magaalaa Finfinneetti vaayrasiin koroonaa uumamuun walqabatee qajeelfama taarifa tajaajila geejjibaa fi dandeetti fe’umsaa ba’erratti fooyya’insi ta’e.…
Preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan Asmaraa galan
Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan daawwannaa hojiif Asmaraa galan.
Janaraal Abdulfataah Albuurhaan…
Gaazexeessitootaa fi ogeeyyii kaameeraa miidiyaa Asiraatiif mirgi wabii eeyyamame.
Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Gaazexeessitootaa fi ogeeyyii kaameeraa miidiyaa Asiraatiif mirgi wabii eeyyamame.
Gaazexeessitootaa fi ogeeyyii kaameeraa miidiyaa Asiraatii kan ta’an…
Baajata bara 2013tti simintoon kuntaalli miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 20 biyya keessa akka…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti hanqina simintoo furuuf kanneen biyya keessaatti oomishamaan dabalatee simintoon kuntaalli miiliyoonni dhibba 3 fi miiliyoonni 20 biyya…
Dhaabbatichi jiraattota harka qaleeyyii godinichaa 210 ta’aniif gargaarsa midhaan nyaataa…
Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Dhaabbatni misoomaa Waliigala Odaa Bulluq rakkoo diinagdee sababa dhibee koronaan mudate dandamachiisuuf jiraattota…
Naannoo Amaaraatti nageenyi akka bu’uuf qaamoolee ga’ee isaanii ba’ataniif sirni beekamtii kennuu…
Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Naannoo Amaaraatti nageenyi akka bu’uuf qaamoolee ga’ee isaanii ba’ataniif sirni beekamtii kennuu gaggeeffamaa jira.
Naannoo Amaaraatti nageenyi akka…
Biiroon Dhommoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa caasaalee sadarkaa Godinaalee fi…
Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Biiroon Dhommoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa caasaalee sadarkaa Godinaalee fi Magaalotaa waliin marii gaggeesse.
Biiroon Dhimmoota…