Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Ardaa Jilaa Gumii Gaayoo 41ffaa gGodina Boorana aanaa Dhaasitti taa’amaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) –Sirni Ardaa Jilaa Gumii Gaayoo 41ffaa gGodina Boorana aanaa Dhaasitti taa'amaa jira.
Akka OBN gabaaseetti, Sirna kanarratti Preezdaantiin…
Aadde Adaanach Abeebee hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinu jedhan
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinuu fi keessa keenyallee mufaata…
Adeemsa baruu barsiisuu eegalsiisuuf haalota jiran qo’achaa akka jiru Ministeerri Barnootaa…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Adeemsa baruu barsiisuu eegalsiisuuf haalota jiran qo'achaa akka jiru Ministeeriri Barnootaa beeksise.
Deettaan Ministiri ministeerichaa obbo Miliyoon…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 976 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 976 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Walga’iin waggaa ambaasaaddarootaa xumurame
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC) – Walga’iin waggaa ambaasaaddaroota xumurameera.
Waltajjii waggaa kanarratti hoggansi olaanoo Ministeera Dhimma Alaa FDRI, ambaasaaddaroonnii fi qoonsilaa…
Hooggantonni hojii olaanoo ministeera fayyaa guyyaa waliinii ogeessota fayyaa hoospitala…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Hooggantonni hojii olaanoo ministeera fayyaa guyyaa waliinii hoospitaalota garaagaraatti vaayrasii koroonaatin gidduugala tursiisa addaa keessaatti kan…
Shakkamaan jaarsummaa fi mariin gadi lakkifamuu hin jiraatu- Abbaa Alangaa Waliigalaa
Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Shakkamaan jaarsummaa fi mariin gadi lakkiifamuu hin jiraatu jechuun Abbaan Alangaa waliigalaa beeksiseera.
Itti aanaan Abbaa Alangaa Waliigalaa…
Oromiyaatti manneen barnootaa bultii addaa torba kan barattootni dandeettii olaanaa qaban itti…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Oromiyaatti manneen barnootaa bultii addaa torba kan barattootni dandeettii olaanaa qaban itti baratan ijaaruuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa murteesse.…
Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii damee teeleekoomiiti – Dooktar Abiy Ahimad
…
Manni murtii Abbaan Alangaa hanga Fulbaana 8, 2013tti himata akka banu ajaja kenne
Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Manni murtii obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota hanga toora lakkoofsa 10ffaatti jiranirratti Abbaan Alangaa hanga Fulbaana 8, 2013tti himata akka…