Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan waliinii sadarkaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC) – Guyyaan waliinii sadarkaa magaalaa Finfinneetti sagantawwan garagaraan kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree “Ani Lammii kofi” jedhuun kabajamaatu kan…
Biiroon Barnoota Naannoo Oromiyaa Qulqullina Barnootaa irratti xiyyeeffannoo guddan hojjachaa…
Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)-Biiroon Barnoota Naannoo Oromiyaa Qulqullina Barnootaa irratti xiyyeeffannoo guddan hojjachaa jiraachuu beeksise.
Biirichi sochii imala jijjiiramaa…
Qaamoolee qorannoo vaayrasii koroonaa namoota miiliyoona 1 ol ta’aniif akka taasifamuuf shooraa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qorannoo vaayrasii koroonaa dabaluun tamsa'ina vaayrasichaa ittisuuf, odeeffannoo biyyaalessaa argachuuf, akka…
Ityoophiyaatti Namoonni Dabalataa 1,206 Vaayrasii Koroonaatin Qabamuun Isaanii Mirkanaa’e
Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1,206 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Aadde Adaanachi kennaa Ayyaanaa maanguddootaf laatan
Finfinnee, Qaammee 1, 2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee giddugala maanguddootaa Aqaaqii Qaallittiitti argamuun kennaa ayyaanaa kennan.…
Labsii dhiifamaa mootummaa Kuweetin lammiileen kumni 2 fi 63 gara Ityoophiyaatti deebi’an
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) –Labsii dhiifamaa mootummaa Kuweetin lammiileen kumni 2 fi 63 gara Ityoophiyaatti deebi’uu himame.
Lammiileen Ityoophiyaa seera eeyyama…
Waltajjiin Leenjii hoggansa Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa xumurame
Finfinnee, Qaammee 1, 2012 (FBC) –Waltajjiin leenjii hoggansa paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa torbaan tokkoof magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa ture xumurame.…
Oromiyaatti dabalataan namoonni 506 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 506 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Guyyaa dhiifamaa sababeeffachuun deeggarsi harka qalleeyyiif taasifame
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Qaammee tokko guyyaa dhiifamaa sababeeffachuun harka qalleeyyii aanaalee godinichaa 3'f deeggarsi taasifame.…
Ityoophiyaatti Kiitiin qorannoo vaayrasii koroonaa oomishamuu eegaluuf
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Kiitiin qorannoo vaayrasii koroonaa baatii 1 booda oomishamuu kan eegalamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Dandeettii…