Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka…
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka bu’aan naannoo Oroomiyaatti godina Shawaa bahaa aanaa…
Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan leenjisaa ture 502 eebbisiise.
Yuunivarsitiichi damee barnoota…
Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi…
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii cimee itti fufuu qaba – aadde Adaanach…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 212 vaayrasii koroonaan…
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 212 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
MM Dr. Abiy Ahimad Projaktii Addabaabayii Masqalaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Addabaabayii Masqalaa daawwatan.
Dooktar Abiy projaktichi marsaa jalqabaan hojjettoota kuma 5 kan…
Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqee Mokonnin Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee…
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqee Mokonnin Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee daawwatan.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa obbo Dammaqee…
Komiishiniin Poolisii Federaalaa uffannaa dambii (Reenjarii) Poolisota Federaalaa jijjiire
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Komiishiniin Poolisii Federaalaa uffannaa dambii (Reenjarii) Poolisota Federaalaa jijjiire.
Reenjarii haaraan eebbifame kun torbee lama keessatti…
Namoonni Ityoo-Teeleekoom burjajjeessuun shakkaman 11 too’ataman
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Namoonni Ityoo-Teeleekoom burjajjeessuun shakkaman 11 too’ataman.
Namoonni Ityoo-Teelekoom burjajjeessuun shakkaman 11 meeshaa isaanii waliin too’annoo…
Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi…
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiise.
Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir…
Waliigalteen sadeenii hidha haaromsaarratti taasifamu Fulbaana 4, 2013 itti fufa
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Waliigalteen sadeenii hidha haaromsaarratti taasifamu Fulbaana 4, 2013 itti fufa.
Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts dambii guutinsaa fi lakkinsa bidhaanii…