Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannoo Hararii muudama haara mirkaneesse
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii muudama haara mirkaneesse.
Manni Maree naannoo Hararii af-yaa’ii mana maree olaanaa fi itti aanaa preezdaantii muude.
Manni…
Namoonni dabalataa 1,733 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,733 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Jiraattoonni naannoo hidhaalee 11 jiraatan akka ka’anii fi of eeggannoo akka taasisan waamichi…
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Waktii gannaan walqabatee hidhaaleen daraan waan guutaniif hojiin hir’isuu hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Yaa’aalee yaadachiise.
…
Himatamtoota hiriira deeggarsaa MM FDRI Dooktar Abiy irratti boombii darbachuun yakka…
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Hiriira deeggarsa Waxabajii 16, 2010 addabaabayii Masqalaatti ba’amerratti boombii darbachuun himatamtoonni yakka shoroorkeessummaan himatam 5 badii…
Balaa lolaa xiqqeessuuf hojii misooma sululaarratti xiyyeeffaannoo laachuun murteessadha – Dammaqaa…
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin Balaa lolaa xiqqeessuuf hojii misooma sululaarratti xiyyeeffaannoo laachuun murteessadha…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 255 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 255 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Miidiyaalee Elektirooniksii 10f eeyyamni laatamuufi
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Bara haaraa kanatti Miidiyaalee Elektirooniksii 10f eeyyama laachuuf akka ta’e Abbaan Taayitaa Broodkaastiing beeksise.
Bara haaraa kanatti miidiyaalee…
Balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun abbaa warraa fi haadha warraa darbe
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Godina Goojjam Bahaa aanaa Innaarjii Innawugaatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbeera.
Konkolaataan ummataa qaxxaamura…
Sudaanitti balaa lolaa laga Naayiliin lubbuun namoota 86 darbe
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Sudaanitti balaa lolaa laga Naayiliin lubbuun namoota 86 darbuu fi manneen jireenyaa kumni 18 ola manca’uu ibsame.
Biyyattitti sababa…
Aadde Adaanachi Abeebee hawaasa daldalaa magaalaa Finfinnee waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee hawaasa daldalaa magaalichaa waliin mara’ataniiru.
Aadde…