Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabiinsa qabiyyee lafaa ammayyeessuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Qabiinsa Qabiyyee lafaa ammayyassuuf hojjetamaa jiraachuu himame.
Baankiin lafaa fi Koorporeeshiniin misoomaa, Instiityuutii infoormeeshinii…
Ityoophiyaannonni 165 Libaanoosi deebi’aan
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – lammiileen Ityoophiyaa 165 Libaanoositti rakkoo adda addaa keessa turan gara biyyaa deebi’aniiru.
Waajjira Qonsoolaa waliigala Libaanoositti argamu…
Sirna barnootaa haraan barattoonni kutaa 12ffaa si’a xumuran abbaa oogummaa ta’u – Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) - Sirna barnootaa haraan barattoonni kutaa 12ffaa si’a xumuran abbaa oogummaa akka ta’an Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministirri Ministeera Barnootaa…
Namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Gullalleetti namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 51 caale
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,468 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24…
Biiroon Intarpiraayizii fi Industurii Oromiyaa godinaalee,magaalotaa fi dhaabbilee garagaraa carraa…
Finfinnee, Hagayya 24, FBC (2012)-Biiroon Intarpiraayizii fi Industurii Oromiyaa godinaalee,magaalotaa fi dhaabbilee garagaraa carraa hojii uumuu,liqii kennuu fi liqii kenname deebisiisuu…
Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee mudaama adda addaa laatan
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)-Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee mudaama adda addaa laatan.
1, obbo Mallasaa Alamuu - Sadarkaa kantiibaa itti aanaatti…
Jiraattonni magaalaa Finfinnee feedhii fi dandeetti qaban waldaan gurma’aani manneen waliin…
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee feedhii fi dandeetti qaban waldaan gurma’aani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aanif bulchiinsi magaalichaa…
Oromiyaatti bara kana lafti heektaarri kumni 300 oomisha qamadiitiin ni uuwwifamu
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana lafti heektaarri kumni 300 oomisha qamadiitin akka uuwwifamu Biiroo Qonnaa fi Qabeenya uumamaa naannoo Oromiyaa beeksise.…
Gaazixeessaa Fiqruu Walduu boqate
Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Gaazixeessaa Fiqruu Walduu addunyaa kanarra du’an boqate.
Gaazixeessaa Fiqruu Walduu dhibee irra bubuleen yaalama turuun guyyaa kaleessa umrii waggaa…