Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mata duree ‘qaammee hanga qaammeetti ni qaqqabna’ jedhuun bara dhufu sosochiin nageenya daandii ni…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Mata duree ‘qaammee hanga qaammeetti ni qaqqabna’ jedhuun bara 2013ttii sosochiin nageenya daandii akka gaggeeffamu Ministeerri Geejjiba beeksiseera.…
Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame.
Saa’ud Arabiyaatti…
Naannoo Oromiyaatti Gabaasa Qorannoo Sa’aa 24 Darbeetiin Namoonni dabalata 134 Vaayrasii Koroonaan…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 134 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Oromiyaatti sababa balaa loolaatin namoonni kumni 12 ol buqqa’aniiru
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sababa balaa loolaatin baatii Adooleesarra eegalee namoonni kumni 12 ol buqqa’uusanii komishiniin Sodaa Balaa Oromiyaa beeksisera.…
Hooggantoonni olaanoo fi giddugaleessa mana murtii waliigalaa FDRI ‘maaddii biyyaaf’…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Hooggantoonni olaanoo fi giddugaleessa mana murtii waliigalaa FDRI 'maaddii biyyaaf' miindaa baatii 1 laachuuf waada galaniiru.
Abbaa Alangaa…
Bara 2012tti gandoonni fi mandaroonni 325 itti fayyadamtoota elektiriika taasifamuu…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Baajata bara 2012tti gandoonni fi mandaroonni 325 itti fayyadamtoota elektiriika taasufamu Tajaaajjilli Elektiriika Ityoophiyaa beeksiseera.…
Koreen hojii raawwachiftuu liigii dubartoota paartii badhaadhinaa magaalaa Bishooftuutti marii…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Koreen hojii raawwachiftuu liigii dubartoota paartii badhaadhinaa magaalaa Bishooftuutti marii gaggeessa jira.
Koreen hojii raawwachiftuu kun marii…
Manni maree nageenya magaalaa Finfinnee hundeeffame
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Manni maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee har’a hundeeffameera.
Manni maricha magaalaa Finfinneetti nageenya waarawa buusuuf walitti bu’iinsa mudatan,…
Inistitiyuutiin leenjii idileefi ogummaa poolisii Amboo Sanqallee poolisoota idilee 728 eebbise
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Inistitiyuutiin leenjii idileefi ogummaa poolisii Amboo Sanqallee leenjii haaromsaa marsaa 8ffaaf poolisoota idilee 728 baatiwwan lamaaf leenjisaa ture…
Waltajjiin mata duree ‘Shaggar gara biyya’ jedhu gaggeeffamera
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Waltajjiin ‘Shaggar gara biyya’ jedhu waajjira muummee ministiraatti gaggeefamera.
Maricharratti muummeen ministiraa duraanii fi walitti qaban boordii…