Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli odeffaannoo fi nageenya biyyooleessaa shororkeessummaa fi daddabarsa meeshaalee waraanaa…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeffaannoo fi Nageenya Biyyooleessa shororkeessummaa fi daddabarsa meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuun nageenya biyyooleesaa…
Ityoophiyaatti dabalataan namoonni 1,533 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,533 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Aadde Adaanachi Abeebee hoggantootaa waajjiraalee magaalichaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee hoggantootaa waajjiraalee magaalichaa garaagaraa waliin mari’atan.
…
Mirgaa fi faayidaa lammiilee giddugaleessa Bahaa jiraataanii kabachiisuuf hojiin dippiloomaasiin…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Mirgaa fi faayidaa lammiilee Ityoophiyaa Giddugaleessa Bahaa jiraataanii kabachiisuuf hojiin dippiloomaasiin hojjetame bu’aa agarsiisuu eegaluu Saa’ud…
Meeshaaleen Koontroobaandii Birrii miiliyoona 28 olitti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Meeshaaleen Koontroobaandii fi daldala waliindhahuu Birrii miiliyoona 28 olitti tilmaamamu too’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
…
Oromiyaatti dabalataan namoonni 383 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 383 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Magaalichaatti proojaktoonni misoomaa hojjetamaa jiran ariitiin xumuramuun tajaajilaaf akka oolan…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Proojaktoonni misoomaa hojjetamaa jiran ariitiin xumuramuun tajaajila hawaasaaf ooluu akka qaban kallattiin kaa’amuu ibsame.…
Obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa bulchiinsa Nifaas Silk Laaftootti haaromsa manneen harka qalleeyyii…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa bulchiinsa…
Kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti bifa diijitaalan barnoota laachuuf karoorfamuu himame
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti karaa waraqaarraa bilisa ta’een diijitaalaan barnoota laachuuf karoorfamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
…
Kaayyoon keenyaa guyyaa guyyaan ummata Ityoophiyaaf missirachoo labsuudha –MM Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) –Daandiin Badhaadhinaa jalqabne akka biiftuu ganamaatti ifaa jira jedhan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ifni bahaa jirus namoota…