Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni murticha dhimma obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaa qorannoo duraa hafan dhaggeeffachuuf…
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddachi ramaddii Araadaa dhimma obbo Jawaar Mahaammaadfaarratti raga qorannoo duraa hafan dhaggeeffachuuf…
Manni murticha namoota ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessan shakkaman lama irratti himanni akka…
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddachi ramaddii Araadaa namoota ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessan shakkaman lama irratti Abbaan Alangaa…
Ministeerichi gabaasa raawwii hojii bara 2012 fi karoora bara 2013 irratti marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo gabaasa raawwii hojii bara 2012 fi karoora bara 2013 irratti marii gaggeessaa jira.
…
Ogummaa barsiisummaa filatamaa fi jaalatamaa gochuuf ni hojjetama –Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Ogummaa barsiisummaa filatamaa fi jaalatamaa gochuuf kan hojjetu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Hoggantoonni fi hojjettoonni…
Imalli Badhaadhinaa hoggantoota ga’umsa qaban horachuudha –MM FDRI Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) –Imalli Badhaadhina hooggantoota ga’umsa qaban horachuudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy, imalli…
Hoggantoonni olaanoon Ministeera Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Kaaba Shawaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Ministeera Fayyaa kenniinsa tajaajila yaala idilee fi vaayrasii koroonaa dhaabbilee Fayyaa Kaaba Shawaa daawwataniiru.…
Magaalaa Finfinneetti Manni Maree Nageenyaa hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Manni Maree Nageenyaa hundaa’uu itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee beeksisan.
…
Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa saffisaan babal’achuu itti fufeera
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,186 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24…
Yuunivarsiitiin Jimmaa yeroo jalqabaatiif digrii proofeesarummaa dubartiif kenne
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa yeroo jalqabaatiif digrii proofeesarummaa dubartiif kenne.
Yuunivarsiitii Jimmaatti proofeesarummaa kan argatan haadha ijoollee…
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Federaalaa sababa hokkooraa ka’ee namoota…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Federaalaa godina Arsii Lixaatti rakkoo nageenyaa ajjeefamuu artist Haacaaluu Hundeessaan booda mudateen…