Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidha haaromsaa irratti milkaa’inni diippilomaasii galmaa’a jiru gaheen hawaasa diyaaspooraa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Hidha haaromsaa irratti milkaa’inni diippilomaasii galmaa’a jiru gaheen hawaasa diyaaspooraa baayyachuu eegaleera. – Ambaasaaddaroota
Ityoophiyaan…
Wiirtichi ka’umsa wailitti bu’insa barattootaa yuunivaarsiitii ilaalchisuun ibsa baase
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) –Wiirtuun Giddina Mirgootaa fi Demokiraasii firii qorannoo isaa ka’umsa godhuun dhimmootaa fi ka’umsa wailitti bu’insa barattootaa yuunivaarsiitii…
Bara dhufu hojiiwwan qorannoo fi diizaayyinii projaaktoota misooma jallisii 22 Birrii miiliyoona 200…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) –Bara dhufu hojiiwwan qorannoo fi diizaayyinii projaaktoota misooma jallisii 22 Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 55 akka raawwatamu ibsame.
Hojiiwwan…
Lammiilee Ityoophiyaa hedduun fooyya’insi heera mootummaa fi afaanonni hojii federaalaa dabalataa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa hedduun fooyya’insi heera mootummaa fi afaanonni hojii federaalaa dabalataa jiraachuu akka deeggaraan qorannoon tokko ifoomse.…
Bulchiinsa saba Awwiitti baalli sammuu namaa hadoochu kiiloo giraamiin 960 too’atame
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) –Bulchiinsa saba Awwiitti baalli sammuu namaa hadoochu kiiloo giraamiin 960 too’atame.
Bulchiinsa saba Awwiitti baalli sammuu namaa hadoochu karaa…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif gara Kaartuum galan
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif gara Kaartuum galan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif…
Namoonni dabalataa 1,472 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,472 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Sochii ittisa weerara vaayrasii koroonaa biyyoolessaarratti mari’atame
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Sochii ittisa weerara vaayrasii koroonaa biyyoolessaarratti mari'atame.
Sosochii hawaasaa fi qorannaa akka biyyoolessaatti eegalamerratti…
Manni murtichaa galmee obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaalee hafan dhaggeeffate
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddachi ramaddii Araadaa galmee obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaalee hafan dhaggeeffate.
…
Yuunvarsiitiin Wallaggaa mana barumsaa addaa magaalaa Naqamteetti ijaarsisuufi
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Wallaggaa mana barumsaa addaa magaalaa Naqamteetti ijaarsisuufi.
Yuunvarsiitichi mana barnootaa sadarkaa 2ffaa/Wollega…