Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Lidatuu Ayyaaleew kuffise
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa Bishooftuu gaaffii mirga wabii obbo Lidatuu Ayyaaleew kuffise.
Manni murtichaa mirga wabii dhiyaate kuffisuun guyyootii…
Paartiin Badhaadhinaa muudama laate
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa muudama laate.
Haaluma kanaan;
1. Obbo Mallas Alam; ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Koonfaransiin hoggansa olaanoo Paartii Badhaadhinaa Hararii taa’amaa jira
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Koonfaransiin hoggansa olaanoo Paartii Badhaadhinaa Hararii taa'amaa jira.
Koonfaransichi har'a kan eegalame yoo ta'u, guyyootii sadiif…
Waltajjiin mootummaa naannoo Oromiyaa fi Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii raawwii karoora bara 2012 fi qophiin karoora mootummaa naannoo Oromiyaa fi Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti taa'amaa jira.
…
Walga’iin waggaa ambaasaaddarootaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Walga'iin waggaa ambaasaaddarootaa eegalame.
Waltajjii waggaa kanarratti hoggansi olaanoo Ministeera Dhimma Alaa FDRI, ambaasaaddaroonnii fi…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 40 darbeera
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 40 darbeera.
Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa sa'aa 24 kaleessa ifoomen namoota…
Loltoonni saayinsii waraanaa fi ogummaa hoggansa olaanaa leenji’aa turan eebbifama
Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC)- Akkaadaamiin loltoota Meejar Jeneraala Hayaaloom Aarii’yaa saayinsii waraanaa fi ogummaa hoggansaan leenji’aasa ture itti aanaa ajaja dhiibbaatin…
Gumiin Gaayoo yeroo 41ffaaf hagayya 19 irraa jalqabee akka taa’amuuf abbaan Gadaa kora waame
Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Gumii Gaayoo ta jalqabaa, Abbaa Gadaa Booranaa Dawwee Gobbootti si’a jalqabaatiif Ardaa Jilaa Gaayootti teessise.
Haaromsa Gadaa Booranaa booda Abbaan…
Waggaa dhufutti dubartoota sadarkaa jireenya gadi aanaarratti argaman jijjiiruuf ni hojjenna-aaddee…
Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee waggaa dhufutti dubartoota sadarkaa jireenya gadi aanaarratti argaman jireenya isaanii…
Aadde Adaanach Abeebee gidduugala gala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwatan
Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Kiibaba Tsahaayii daawwataniruu.
Aadde Adaanach qooda…