Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Booruu eegalee Intarneetii fi tajaajila sagalee waliigalarratti hir’ifamni taasifame
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Iityoo Teeleekoom sababa weerara vaayarsii koroonaan tajaajila Intarneetii fi sagalee waliigalarratti hir’ifama gatii taasiisuu beeksise…
MM FDRI Dooktar Abiy turtii Sudaanitti taasisaniin hojii dippiiloomaasii bu’aa qabeessa hojjetan-…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Sudaanitti taasisaniin Hidha Haaromsaa dabalatee dhimmoota waloo birroorratti hojii…
Poolisiin Federaalaa uffata Seeraa jijjiiruufi jedhame Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) –…
Poolisiin Federaalaa uffata Seeraa jijjiiruufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Poolisiin Federaalaa uffata seeraa jijjiiruuf akka ta’e Koomishinarri Koomishinii…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii dhibba 7 caale
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,545 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24…
Obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa magaalaa Boolee fi Eekkaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Obbo Zhaanxiraar Abbay kutaa magaalaa Boolee fi Eekkaa daawwatan.
Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa…
Itti Aantuun Kantiiba Bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee nageenyaa magaalaa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Itti Aantuun Kantiiba Bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee nageenyaa magaalaa Finfinnee irratti mari’atan.
Itti Aantuun…
Bara barnootaa dhufu barattoonni vaayirasii koroonaaf akka hinsaaxilamne qophiin godhamaa jiraachuu…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Bara barnootaa dhufu barattoonni vaayirasii koroonaaf akka hinsaaxilamne qophiin godhamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Bara barnootaa…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 211 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 211 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbadaa Gammachuu yeroo 4ffaaf mana murtiitti…
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) –Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbadaa Gammachuu yeroo 4ffaaf mana murtiitti dhiyaate.
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook waliin mari’atan.
Qindeessummaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin…