Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa waliigaltee biyyoolessaarratti mari’ataa jira
Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa waliigaltee biyyoolessaarratti marii gaggeessaa jira.
Waltajjiin marii kun Galma…
Jilli obbo Shimallisiin duurfamu Baalee Roobee, Gobba fi magaalota ollaa daawwatan
Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu Baalee Roobee, Gobbaa fi magaalota ollaa daawwatan.
…
Hidhi Haaromsaa mallattoo waltumsaati -obbo Dammaqaa Makoonnan
Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa mallattoo waltumsaati jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan.
Waltumsaan waa milkeessuu akka…
Qorannaa sa’aa 24tin namoota 1829 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti qorannaa sa'aa 24tin namoota 1829 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Qorannichaan namoonni 377…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggoonni tola oolmaa miiliyoona 1 ol hirmaataniiru
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggoonni tola oolmaa miiliyoona 1 ol hirmaataniiru.
Ministir deettaan Ministeera Dubartoota,…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggoonni ga’ee isaanii ba’achuu qabu -preezdaant…
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggoonni ga'ee isaanii ba'achuu qabu jedhan preezdaant Saahilawarq Zawdeen.
Preezdaant Saahilawarq…
Koorporeeshiniin Manneenii Finfinneetti manneen ammayyaa Birrii biiliyoona 3 ijaarsisuuf waliigaltee…
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa Finfinneetti manneen ammayyaa Birrii biiliyoona 3 ijaarsisuuf dhaabbilee ijaarsaa waliin waliigaltee…
Diyaaspooraa biyyoota yaa’a Naayil keessa jiraatan waliin mari’atame
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Diyaaspooraa biyyoota yaa'a Naayil keessa jiraatan waliin mari'atame.
Odu himaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Diinaa Muftiin akka…
Obbo Shimallis qonna kilaastaraa fi hojii deebisanii dhaabuu Arsii Lixaa daawwatan
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamanneetti qonna boloqqee kilaastaraan misoome…
Dr Abiy hojjettoota Addabaaba’ii Masqalaa jajjabeessan, aadde Adaanach ijaarsicha…
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ijaarsi Addabaaba'ii Masqalaa akka ariifatu namoota hojjetan jajjabeessan.
Itti aantuun kantiibaa…