Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa 84 ijaarramuufi
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Oromiyaatti bara itti aanu manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa 84 ni ijaarramu jedhame.
Manneen barnootaa addaa 40; barattoota dandeettii…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii lubbuu isaanii dhaban 620 qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii lubbuu isaanii dhaban 620 qaqqabe.
Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin…
Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammadfaa irratti ragaalee qorannaan duraa dhaggeeffateera
Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Mana Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa…
Dhimmoonni jajjaboo shan kallattii xiyyeeffannaa hojii isaanii ta’uu aadde Adaanach himan
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Dhimmoonni jajjaboo shan kallattii xiyyeeffannaa hojii isaanii ta'uu itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee himan.…
Oromiyaatti dabalataan namoonni 395 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 395 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Karoora waggaa 10 qabame milkeessuuf waldaaleen siiviikii ga’eesaanii ba’achuu qabu…
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Karoora waggaa 10 qabame milkeessuuf waldaaleen siiviikii ga'eesaanii akka ba'atan Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa gaafate.
…
Preezdaant Saahilawarq xalayaa muudama ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhan
Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti kan muudaman xalayaa muudama amsaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhaniiru.
Xalayaan…
Artiist Haacaaluun yammuu ajjeefamu kan turte Laamroot mana murtii dhiyaatte
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Artiist Haacaaluu Hundeessaan yammuu ajjeefamu kan waliin turte Laamroot Kamaal mana murtii dhiyaatte.
Laamroot Waxabajjii 22,2012 Artiist…
Hidhi Haaromsaa mallattoo walabummaa biyyoolessaati- MM Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi mallattoo walabummaa biyyoolessaa keenya jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy kana kan jedhan yeroo…
Obbo Shimallis hojii deebisanii dhaabuu Baatuu daawwatan
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duurfamu hojii deebisanii dhaabuurratti kallattii kaa'an.
…