Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorannaa obbo Baqqalaarratti gaggeessaa ture xumuruu Biiroon Qorannaa Yakkaa Poolisii Federaalaa…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Qorannaa obbo Baqqalaa Garbaarratti gaggeessaa ture xumuruu Biiroon Qorannaa Yakkaa Koomiishinii Poolisii Federaalaa beeksise.
Sanadni…
Meeshaaleen koontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 46 olii qaban to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Meeshaaleen koontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 46 olii qaban to'ataman.
Bilbiloonni smaartii, meeshaaleen faayaa, uffatoonni…
Hooggantoonni Paartii Badhaadhinaa naannoo kibbaa haala yeroorratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Hooggantoonni Paartii Badhaadhinaa naannoo kibbaa haala waqtaawa biyyaa fi naannorratti mari’ataa jiru.
Marichi magaalaa Hawaasaatti guyyoota lamaaf…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessadha- Dr Liyaa
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta'uu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Manni marichaa Finfinneedhaf baajata bara 2013f Birrii biiliyoona 61 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Manni Maree Finfinnee baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 61 raggaasise.
Manni marichaa yaa'ii idilee 3ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa…
Naannoo Amaaraa; Goojjaam Bahaatti proojaktoonni Birrii biiliyoona 1.6 ebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goojjaam Bahaatti proojaktoonni Birrii biiliyoona 1.6 ijaarraman ebbifaman.
Proojaktoonni hirmaannaa ummataa fi…
Manni marichaa Injiinar Taakkalaadhaf beekamtii laate
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee itti aanaan kantiibaa magaalichaa Injiinar Taakkalaa Uumaan ega taayitaatti dhufanii hojiilee bu'a qabeeyyii…
Koomiishinichi qabeenya hojjettoota mootummaa mara galmeessuf akka ta’e ibse
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa bara 2013 qabeenya hojjettoota mootummaa mara galmeessuf akka ta'e ibse.
…
Hojjettoonni FBC biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) – Hojjettoonni Faanaa Broodkaastiing Koorporeet sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa sababeeffachuun guyyaa har’aa biqiltuu dhaabaniiru.
Hoji…
Walitti bu’iinsa amantaa hambisuuf dhababileen amantaa ga’ee isaanii akka ba’atan…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Walitti bu'iinsa amantaa hambisuuf dhababileen amantaa ga'ee isaanii akka ba'atan gaafatame.
Ummata walitti buusuu fi waliin jireenya…