Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin sadee Hidha Haaromsaa kaleessa gaggeeffamuu eegaleera
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Mariin sadee Hidha Haaromsaa kaleessa gaggeeffamuu eegaleera.
Marii viidiyoon gaggeeffame kanarratti ministiroonni bishaanii Ityoophiyaa,…
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessatiin booda miidhaa qabeenyaa, qaamaa fi lubbuu namaa qaqqabeen…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessatiin booda miidhaa qabeenyaa, qaamaa fi lubbuu namaa qaqqabeen kan shakkaman mana murtii dhiyaatan.
…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 19 darbeera
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni 19,289 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Gabaasa qorannaa sa'aa 24 amma kaleessatiin namoota 583 irratti…
Hagayya dhumaa as galmeen barattootaa hin jalqabamu -Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Hagayya dhumaa as galmeen barattootaa kan hin jalqabamne ta'uu Ministeerri Barnootaa FDRI beeksise.
Manneen barnootaa tokko tokko maatii…
Waggoottan kurnan itti aananitti aanaalee biyyattii aspaaltiin walqunnamsiisuuf karoorfameera
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) –Waggoottan kurnan itti aananitti aanaalee biyyattii mara daandii aspaaltiin walqunnamsiisuuf karoorfamuun ibsame.
Ijaarsichaan…
Mariin sadee Hidha Haaromsaa adda citee ture har’a itti fufa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) –Mariin sadee Hidha Haaromsaa adda citee ture har'a itti fufa.
Mariin Gamtaa Afrikaatin duurfamuu fi yeroof adda citee ture, har'a kan itti…
Rakkoo tasgabbii aanaa addaa Burjii furuuf Oromiyaa waliin hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Rakkoo tasgabbii aanaa addaa Burjii furuuf naannoo Oromiyaa waliin tumsaan hojjetamaa jira.
Itti aanaan preezdaantii naannoo Kibbaa obbo…
Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa'ii idilee 3ffaa bara hojii 7ffaasaa gaggeessaa jira.
Manneen waliinii kumni dhibbi 1 fi kumni 25…
Namoota 707 irratti vaayrasichi argameera
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaatin amma kaleessaatti namoota 707 irratti vaayrasichi argamuu fi lubbuun namoota 28 darbuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Dhalattoonni aanaa Jimmaa Arjoo harka qalleeyyii 460f deeggarsa taasisan
Finfinnee, Adooleessa 26,2012 (FBC)- Dhalattoonni aanaa jimmaa Arjoo harka qalleeyyii 460f deeggarsa taasisaniiru.
Dhalatoonnii kunneen waamichaa ‘lammiin lammiif’ jedhuun Birrii kuma…