Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dooktar Abiy maatii isaanii waliin ta’uun biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 26, 2012 (FBC) - Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad maatii isaanii waliin ta’uun mana barumsa bultii shamarranii Mananitti baratootta mana barumsicha waliin biqiltuu…
Ityoophiyaannonni sagalee deeggarsa hidha Haaromsaa Guddichaf dhageessisaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 26, 2012 (FBC) - Ityoophiyaannonni bakka jiran ta’aani guyyaa har’a sa’aa 10 irraa eegalee sagalee deeggarsa Hidha Haaromsaa guddichaaf dhageessisaa jiru.
Mata dure…
MM Dr Abiy Ahimad qaamoole guyyaa har’a magaalaa Finfinneetti dhaabbii biqiltuu raawata jiran…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gootonni eegumsa naannawaa Finfinnee har'a kutaalee magaalattii hundarraa waamicha Ashaaraa…
Finfinneetti sagantaa Ashaaraa magarisaan guyyaa tokkotti biqiltuun miiliyoonni 2 dhaabama jira
Finfinnee, Adooleessa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa Ashaaraa magarisaan guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoonni 2 dhaabama jiraachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee…
Abbaan Alangaa olaantummaa seeraa kabachiisuu cinaatti mirga namummaa mirkaneessuuf itti…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) –“Abbaan Alangaa olaantummaa seeraa kabachiisuu cinaatti mirga namummaa mirkaneessuuf itti gaafatamummaa qaba”jedhan Abbaan Alangee waliigalaa Federaalaa…
Manneen jireenyaa waliinii abbootii murtii federaalaa ebbifame
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Manneen jireenyaa waliinii abbootii murtii Federaalaa ebbifame.
Sirni eebbaa manneen jireenyaa abbootii murtii federaalaa gaggeeffame.…
MM Dr. Abiy Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan.
Tattaaffiin keenya waloo…
Yuunivarsitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barsiisota lamaaf piroofersera guutuu kenne
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Yuunivarsitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barsiisota lamaaf piroofersera guutuu kenne.
Yuunivarsitichi gulantaalee garaagaraan…
Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala – Inj.…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – “Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala” Itti aanaa Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa…
Manni Maree Federeshinii Ityoophiyaa naannoon Tigiraay filannoo gaggeessuuf qophii itti jiru…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) - Manni Maree Federeshinii Ityoophiyaa naannoon Tigiraay filannoo gaggeessuuf qophii itti jiru hatattamaan akka dhaabu gaafate.
Naannichi…