Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Iid Al Adiha guutuu biyyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adiha (Arafaa) waggaan 1441ffaan guutuu biyyaattiitti sirna hoo’aa ta’een kabajamaa jira.
Hawaasni Musiliimaa ayyaana kana…
obbo Shimallis Abdiisaa Hordoftoota Amantaa islaamaa maraan Baga Ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oroomiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Hordoftoota Amantaa islaamaa maraan Baga Ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa Geessan Jedhan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 805 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Gabaasa idilee qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 805 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balalii gara xaaliyaan taasisuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balalii gara magaalaa Xaaliyaan Milaan taasisuu adda kutee ture eegale.
Daandiin qilleensichaa sababa weerara…
Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 1,244f dhiifama godhe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 1,244f dhiifama godhe.
Sirreeffamtoota seeraa ulaagaa dhiifamaa guutaniif dhiifamni taasifamuu Abbaan…
MM Dr Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa geessan…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Al Adihaa/ Arafaa geessan jedhan.
Ergaa…
Hoggansi naannolee hordoftoota amantaa Islaamatiin baga ayyaana Arafaa geessan jedhan
Hoggansi naannolee hordoftoota amantaa Islaamatiin baga ayyaana Arafaa geessan jedhan
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Hoggansi naannolee hordoftoota amanataa Islamaa maraan baga…
Waldaan Misooma Oromiyaa abbootii warraa 400f deeggarsa midhaan nyaataa laate
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa qaamoleen hawaasaa sababii weerara vaayrasii koroonaatin rakkoof akka hin saaxilamne deeggarsa midhaan nyaataa xaafii…
Mirgi fayyadamtummaa duraas ta’e ammaa, Ityoophiyaan mirga laga Abbayyaatti fayyadamuuf qabdu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Mirgi fayyadamtummaa duraas ta'e ammaa Ityoophiyaan mirga laga Abbayyaatti fayyadamuuf qabdu kan dhoorguu miti jedhame.
Mariin seera yaa'a…
Manni Maree Gaambeellaa baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 3.3 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) –Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessen baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 3.3 ol raggaasiseera.
Manni…