Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lagni Abbay misoomaaf ooluuf harka kenne –Obbo Gadduu Aandaargaachaw
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gaddaa Aandaargaachaw guutinsi bishaan Hidha Haaromsaa marsaan duraa xumuramuu isaaf ergaa baga…
Konkolaattoonni miila lamaa lakkoofsa gabatee naannoolee qaban gara Finfinnee akka hin seenne…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Biiroon Geejjiba magaalaa Finfinnee Konkolaattoonni miila lamaa lakkoofsa gabatee naannoolee qaban gara Finfinnee akka hin seenne murteesse.…
Xiyyaara fe’umsaa Ityoophiyaa waayita mi’a fe’aa jiru balaan ibiddaa irrra qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Buufata xiyyaaraa Shaangaayitti Xiyyaarri fe’umsaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa waayita mi’a fe’u ibiddi itti qabachuu ibsame.
…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guutinsi bishaan Hidha Haaroomsaa marsaan duraa xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii dabarsan.…
Waliigalteen ijaarsa daandii birrii biiliyoona 19.19 mallatteeffame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa daandiiwwan 12 baasii birrii biiliyoona 19.19niin hojjechuuf dhaabbilee ijaarsa raawwatan waliin waliigaltee…
Mariin hidha haaromsaarratti gaggeeffamaa ture dhimmoota ijoorratti waliin galuun xumurame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) –Mariin Hidha Haaroomsa Guddicha Ityoophiyaa ilaalchisee dursummaa gamtaa Afrikaan gaggeeffamaa ture dhimmoota ijoorratti waliigaluun xumuramuu…
Guutinsi Bishaanii Hidha Haaroomsaa marsaan duraa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Guutinsi Bishaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa marsaan duraa xumuramuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise.
Waajjirichi yaa’ii miseensota…
Ministeerri Fayyaa bara kana sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa bara kana sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksise.
Ministeerri fayyaa…
Daabboon Shaggar gatii madaalamaan rabsitoota 400n hiramaa jira
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) –Daabboon Shaggar gatii madaalamaan rabsitoota 400n hiramaa jira.
Daabboon Shaggar gatii madaalamaan rabsitoota 400n jiraattota Finfinnee fi…
Alergitoota daldala seeraan alaairratti bobba’anii argaman irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Alergitoota daldala seeraan alaairratti bobba’anii argaman irratti tarkaanfiin fudhatame.
Oomishaalee qonnaa daldala alaaf oolu karaa…