Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Biiroo Miseensa Gamtaa Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa irratti har’a ni mari’atu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Biiroo Miseensa Gamtaa Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa irratti guyyaa har’a ni mari’atu.
Hoggantoonni…
Dabalataan namootni 304 vaayrasii koroonaan yoo qabaman lubbuun namoota 3 darbeera
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa’aa 24 amma kaleessatiin Ityoophiyaatti namoonni 304 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka…
Hidhi Haaromsaa lolaa bishaanii hambisuun iddoo qonnaa dabalataa kan argamsiisu ta’uu qonnaan…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa lolaa bishaanii uumamaa ture hambisuun iddoo qonnaa dabalataa kan argamsiisuf ta'uu qonnaan bultoonni Sudaan beeksisan.
…
Dhiyeessii oomisha daldala alaa cimsuuf, gabaan oomishaalee 3 karaa Gabaa Oomisha Ityoophiyaa akka…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Dhiyeessii oomisha daldala alaa cimsuuf, gabaan oomishaalee 3 karaa Gabaa Oomisha Ityoophiyaa akka ta'u murtaa'e.
Gabaan Oomisha…
Manneen Murtii Federaalaa gariin cufaa turan har’aa jalqabee dhaddacha idilee eegalaniiru
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Manneen Murtii Federaalaa gariin cufaa turan har'aa jalqabee dhaddacha idilee eegalaniiru.
Manneen murtii kanneen Bitootessa 10,2012…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 amma kaleessatiin Ityoophiyaatti namoonni 704 vaayrasii koroonaatin…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 amma kaleessatiin Ityoophiyaatti namoonni 704 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Gabaasichaan namoota 7,334…
MM Dr Abiy daawwannaa isaanii Eertiraa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa isaanii Eertiraa xumuruun gara biyyaa deebi'aniiru.
Jilli muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Dameen Aviyeeshinii Ityoophiyaa dorgomtummaa fi barbaadamummaa isaa itti fufsiseera jedhame
Finfinnee, Adooleessa 12, 2012 (FBC) – Dameen Aviyeeshinii Ityoophiyaarra weerarri COVID-19 dhiibbaa irraan gahus dorgomtummaa fi barbaadamummaan isaa itti fufuu Ministeerri Geejjibaa…
Hawaasni diyaaspoora waa’een hidha guddicha ejjennoo tokkoo qabaachu qaba jedhame
Finfinnee, Adooleessa 12, 2012 (FBC) –Hawaasni diyaaspoora waa’ee hidha guddicha Ityoophiyaarratti ejjennoo tokkoo qabachuu akka qabu Miseensoonni Diyaaspoora Ityoophiyaa beeksisan.…
Waggoottan kurnan dhufanitti manneen jireenya waliinii magaalaa miiliyoonni afurii ol ni ijaarramu
Finfinnee, Adooleessa 12, 2012 (FBC) – Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshiini Ityoophiyaatti waggoottan kurnan dhufanitti manneen jireenya waliinii magaalaa miiliyoona afurii ol…