Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonnii fi miseensonni mana marichaa Bishooftutti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Hoggantoonnii fi miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI guyyaa har’aa Bishooftutti biqiltu dhaabaniiru.
Manni maricha Asharaa magaariisa…
Manni Maree Naannoo Somaalee baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 22.3 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 22.3 raggaasise.
Manni marichaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaasaa gaggeessen…
Naannoo Amaaraatti humnootiin badii raawwachuuf socho’aa turan 85 to’ataman- obbo…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti humnootiin badii raawwachuuf socho'aa turan to'atamuu preezdaantiin naannichaa obbo Tamasgeen Xiruunah beeksisan.
…
Qondaaltonni mootummaa naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin qondaaltonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan.
Qondaatonni…
Caffeen Oromiyaa Adoolessa 18 eegalee yaa’ii idileesaa ni gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Adoolessa 18,2012 eegalee yaa'ii idileesaa ni gaggeessa.
Caffichi yaa'ii idilee 12ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa isaati kan…
Finfinneetti proojaktiin lammiilee miiliyoona 1.2 vaayrasii koroonaarraa ittisuu danda’u…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti proojaktiin lammiilee miiliyoona 1.2 weerara vaayrasii koroonaarraa ittisuu danda'u ifoome.
Proojaktichi dhaabbilee…
Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin baga gammaddan- Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin Paartiin Badhaadhinaa baga gammaddan jedhe.
Hidhichi bishaan qabachuun,…
Obbo Shimallis Abdiisaan Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu isaatin baga…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Hidhi Haaromsaa marsaa jalqabaatin bishaanin guutamuu ilaalchisuun ergaa baga…
Samuudaa 7294f qorannaan hojjetamee, namoota 452 irratti vaayrasiin koroonaa argameera
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin, samuudaa namoota 7294f qorannaan hojjetamee namoota 452 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa…
Preezdaant Saahilawarq guutinsi bishaan hidha haaromsa marsaan duraa xumuramuu isaan ergaa baga…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hojiin guutinsa bishaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa marsaan duraa xumuramuuisaan ergaa baga gammaddanii…