Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaasaa Aminstii Intarnaashinaal baaseen walqabatee Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI ilaalchaa fi…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2012 (FBC) -Gabaasaa Aminstii Intarnaashinaal baaseen walqabatee Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI ilaalchaa fi argannoo adeemsise ifoomse.
…
Gamtaan Awurooppaa waliigaltee hidha haaromsaa irrattti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi taasisaan…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2012 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa waliigaltee hidha haaromsaa irrattti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi taasisaan akka deeggaru beeksise.
Gamtaa…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Eertiraa galan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Eertiraa galan.
Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa hojiif…
Manni Maree Ministirootaa Ajandaawwan garagaraarratti mari’achuun murtee dabarse
Finfinnee, Adoolessa 11, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga’ii isaa idilee 87ffaa gaggeesseen Ajandaawwan garagaraarratti mari’achuun murtee dabarseera.
Manni marichaa…
Walharkaa fuudhinsi Paampotaa fi Jenereetara raawwatame
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) – Oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf walharkaa fuudhinsi Paampotaa fi Jeneretaroota kuma 5 fi 910 raawwatame.
Dhiibbaa weerara vaayrasii…
Qaamoolee naannoo keenyaatti walitti bu’iinsaan daldalan waliin yaa ittisnu –MM Dooktar Abiy
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee walitti bu’iinsaan daldalan ittisuuf waliin yaa hojjenu jechuun waamicha dhiyeesseen.…
Hooggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii bara 2012 gaggeessaa…
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) - Hooggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii bara 2012 magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jiru.
Waltajichi…
Barnoota idilee bara 2012 keessa osoo hin laattamanii hafan bakka buusuuf hojjetamaa jira
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaan booda dhaabbileen barnoota olaanaa sagantaa barnootaa kan eegalan kutaa garaagaraatti qooduun ta’uu Ministeerri Saayinsii…
Ityoophiyaa fi Tuurk hariiroo isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee,Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Tuurk hariiroo isaanii cimsuuf mari'atan.
Jilli olaanoo Ityoophiyaa qondaala Tuurk waliin mari'ateera.
Jilli…
Ityoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii cimsanii akka itti fufan ibsame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii bara dheeraa lakkoofsiise cimsanii akka itti fufan ibsameera.
Afa Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…