Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaloonni xiiqii misoomaa barootaaf irra jiru Hidha Haaromsaa Guddichaan guuttachuu danda’eera –…
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC) – Dhaloonni humna ofii fi irree isaa jabaan xiiqii misoomaa barootaaf qabu Hidha Guddicha Haaromsaan milkeeffachhu danda’eera jedhan Ministirri Ministeera…
Yaa’iin Hoggantoota Garee Ittisa yakkaa qabeenya seeraan ala argame seera qabeessa fakkeessuun…
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Yaa’iin Hoggantoota Garee Ittisa yakkaa Bahaa fi Kibba Afrikaa qabeenya yookan maallaqa seeraan ala argame seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuurratti…
Yaa’iin15ffaa Waldaa Kominikeeshinii Baha Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Yaa’iin 15ffaa waggaa Waldaa Kominikeeshinii Baha Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Miidiyaa fi Kominikeeshinii…
Kolombiyaan Finfinneetti Embaasii bante
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Kolombiyaan Embaasii ishee Itiyoophiyaa magaalaa Finfinneetti bante.
Pireezidaantii itti aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez Itiyoophiyaatti…
Walargii hanga Nyaachisaatti ayyaana Gaammee Guguddaa Gaayootti
Finfinnee, Hagayya 20, 2017 (FMC) - Sirna Gadaa Oromoo, bu'uura aadaa, dudhaa fi bulchiinsa uummata Oromoo keessatti ilmi Oromoo kamuu sadarkaalee guddinaa keessa darbu qaba.
Akkaataa…
Itiyoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaan hariiroo daldalaafi invastimantii Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti…
Itiyoophiyaan Kolombiyaa waliin tumsa daldalaa cimsuu barbaaddi
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan hariiroo daldalaa Kolombiyaa waliin qabdu cimsuu barbaaddi jedhan Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Itiyoophiyaatti feestivaalli jalqabaa Teemirii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti feestivaalli jalqabaa Teemirii Naannoo Affaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Feestivaala kanarratti Pireezidaantii naannichaa…
Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20፣ 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkikeez waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee…
Bu’uuraaleen misoomaa daandii imala badhaadhinaaf deeggarsa olaanaa taasisaa jira- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Hagayya 20, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin bu’uuraaleen misoomaa daandii misooma gama maraa saffisiisuufi imala…