Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iiwwan idil-addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuuf jiraniif qophii hoteelotaa
Finfinnee, Hagayya 19, 2017(FMC)- Ya’iiwwan idil-addunyaa baatiiwwan Qaammee fi Fulbaana dhufutti magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaniif hoteelonni qophii barbaachisaa taasisaa jiru jedhe…
Duudhaaleen biyyaalessaa ijaarsa sirna diimookiraasiif bu’uura ta’an gara gabaatti dhufuu qabu-…
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Duudhaaleen biyyaalessaa ijaarsa sirna diimookiraasiif bu’uura ta’an gara gabaatti dhufuu qabu jedhan Gorsaan Damee Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqon…
Dhaloonni ammaa yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhaloonni ammaa mari’achuufi yaada furmaataarra gahuuf qophii ta’uu qaba jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Piroofeesar…
Dhimmi Ulaa Galaanaa dhimma lammii hundaati- Hayyoota
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Dhimmi Ulaa Galaanaa kan mootummaa qofa osoo hin taane kan lammii hundaati jedhan hayyoonni.
Yuuniivarsiitii Siiviil Sarvisii Itiyoophiyaatti hayyuu…
Hambaalee Itiyoophiyaarraa sababa garaagaraan bahan deebisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 18,2017(FMC)- Hambaalee Itiyoophiyaarraa sababa garaagaraan bahan deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa.
Akka…
Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal ayyaanota tokkummaan baatii gannaa Shamarraniin…
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen baga Ayyaanoota Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal geessan jedhan.
Ashandaa, Ashandiyyee,…
Kolleejjiin Poolii Teeknikaa Qananiisaa Baqqalaa Barattoota Ogummaa garaagaraan leenjise eebbisise
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kolleejiin Poolii Teeknikaa Qananiisaa Baqqalaa barattoota dameelee ogummaa garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 114 marsaa 27ffaaf eebbisiseera.…
Gabaa naannawaa gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisuuf…
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Gabaawwan naannawaa gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisuuf ni hojjetama…
Godinichatti Lafti heektaarri kuma 200 ol sanyii garaagaraan uwwifamee kunuunfamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Godina Arsii Lixaatti qonna gannaan lafa heektaara kuma 500 fi kuma 12 ol midhaan gosa adda addaan uwwisuuf karoorfamee hojjetamaa jira.
Naannoo…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee dhimmoota lamarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 2ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota lamarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Ajandaasaa…