Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti bishaan Birrii miil. 83.8 hojjetamee eebbifame tajaajila eegale
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti bishaan Birrii miiliyoona 83.8 hojjetamee eebbifame tajaajila eegale.
Eebbicharratti kan argaman…
Ogeeyyiin yaala fayyaa Chaayinaa Ityoophiyaa galan
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Tattaaffii Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu deeggaruuf ogeeyyii yaala fayyaa Chaayinaa Ityoophiyaa galaniiru.
Ogeeyyiin yaala…
OBN chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Oromiyaa Broodkaastiing Neetwork (OBN) chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera.
Chaanaliin kun “OBN Horn Of Africa” jedhamee akka…
Ityoophiyaatti Namoonni Vaayrasii Koroonaan Qabaman 7 Dabalataan Argaman
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti Namoonni Vaayrasii Koroonaan Qabaman 7 Dabalataan Argaman.
Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbetti namoota 401 qorannaan laaboraatoorii…
Adda citee kan ture geejibni ummataa qaxxaamura naannoo guyyaa har’aa akka eegaluu Abbaan Taayitaa…
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Adda citee kan ture geejibni ummataa qaxxaamura naannoo guyyaa har’aa akka eegaluu Abbaan Taayitaa Geejibaa ibse
Weerara vaayrasi koronaa ittisuuf…
Ayyaanni kadhata Kamisaa guyyaa har’aa kabajame
Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ayyaanni kadhata kamisaa hordooftoota amantaa kiristaanaan guyyaa har’aa sirnoota garagaraan kajameera.
Ayyaanicha Manni Amantaa Ortodooksi…
Naannoo Oromiyaatti hanqinni dhiyeessii akka hin mudanneef hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) - Ayyaana Hiikatti rakkoon dhiyeessii akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuu Eejansiin Misooma Gabaa Oromiyaa beeksise.
Rakkoo weerara Vaayrasii koroonaan…
Magaalaa Finfinneetti tatamsa’ina vaayrasii koroonaa yeroo gabaa ayyaana Hiikaa hir’isuuf iddoon…
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa vaayrasii koroonaa yeroo gabaa ayyaana Hiikaa hir’isuuf iddooleen dhaaba horii dhaabbii ifoomeera.
Yeroo gabaa…
Naannichaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjiin hanga ammaatti hojjetame gaarii ta’uu…
Finfinnee, Eebla 7, 2012 (FBC) - Taaks foorsiin weerara dhibee koroonaa ittisuuf akka naannoo Oromiyaatti hundaa’e raawwii hojii hanga ammatti jiru gamaaggamuun kallattii kaa’era.
Walitti…
Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannoo cimaa gochuu qabu – Aadde Loomii Badhoo
Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) – Sochii Mootummaan Vaayrasii Koroonaa to’achuuf taasisaa jiru cinaatti hawaasni ofiin of eeguu akka qabu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo…