Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Zayta Nyaataa alaa galurratti sirreeffamni gatii taasifame
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Mootummaan Zayta Nyaataa alaa galurratti sirreeffama gatii taasisuu isa Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Ministeerichaatti Ministir deettaan…
Ityoo teeleekoom weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajila walii galaarratti fooyya’iinsa…
Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) - Ityoo teeleekoom weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajila walii galaarratti fooyya’iinsa taasise.
Dhaabbatichi tajaajila walii galaa irratti…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 3 dabalataan argaman
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sa'aa 24 darbetti namoota 431 qorannaan laaboraatoorii taasifameef keessaa namoonni 3 vaayrasii kanaan qabamuu isaanii Ministirri Ministeera…
MM FDRI Abiy Ahimad weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf lammiileef waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf lammiileen hundi qindoominaan socho’uu akka qabaman waamicha dhiyeessan.…
Eejansiin dhiyyeessa qorichaa Doolaara miiliyoona dhibba 2n meeshaalee yaalaa bituufi jedhame
Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) - Eejansiin Dhiyyeessa Qorichaa Ityoophiyaa meeshaalee weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolan Doolaara miiliyoona dhibba 2n bittaa raawwachuuf akka ta’e…
Manneen Murtii hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa mirkaneessuuf qophii ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) - Manneen Murtii hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa mirkaneessuuf qophii ta’uu isaanii ibsame.
Mootummaan weerara dhibee koroonaa…
Jiibuutiin Ityoophiyaaf kiraayi buufataa % 82.5 hir’ifte
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Mootummaan Jiibuutii meeshaalee Ityoophiyaan karaa buufata Jiibuutiin gara alaatti ergitu % 82.5 hir’isuu Muummeen Minitsitiraa FDRI Abiya Ahimad…
Proojaktiin buufata rabsaa fi daddabarsa humna elektirikaa Yaaballoo hojii eegale
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) - Abbaan Kiiloo Vooltii 132 Proojaktiin buufata rabsaa fi daddabarsa humna elektiriikii Yaaballoo xumuramuun hojii eegaluu isaa Humni Elektirikii Ityoohiyaa…
MM FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii Reesiip Xaayip Erdogaan waliin mari’achuu isaanii ibsan.
Preezdaantiin Tarkii Reesiip…
Manneen balaa ibiddaan gubataniif bakka bu’iinsi kenname
Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Baatii afuriin dura manneen balaa ibiddaan gubataniif manneen jireenyaa bifa haaraan ijaarraman bakka bu’iinsan laataman.…