Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaan sirreeffamtoota 13,231f dhiifama godhe
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012(FBC) -Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan sirreeffamtoota 13,231f dhiifama godhan.
Heerri mootummaa naannoo Oromiyaa keewwanni…
Awutobisoonni geejiba qaxxaamura naannoo magaalicha keessatti argaman tajaajila geejjibaa akka…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee awutobisoonni geejiba qaxxaamura naannoo magaalicha keessatti argaman tajaajila geejjibaa akka laataniif waamicha…
Caasaaleen barnootaa marti gaheesaanii bahachuu akka qaban Biiroon Barnoota Oromiyaa gaafate
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa dursanii ittisuuf caasaaleen barnootaa marti gaheesaanii bahachuu akka qaban Biiroon Barnoota Oromiyaa gaafate.…
Obboo Gadduun deeggarsa dhaabbileen idil addunyaa koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf taasisan fuudhan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw deeggarsa dhaabbileen idil addunyaa koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf taasisan fuudhaniiru.…
MM Dr.Abiy Preezdaanti Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari’atan.
Muummeen Ministira FDRIDooktar Abiy Ahimad…
Hawaasni ittisaa fi of eeggannoo vayrasii koroonaaf xiyyeeffannaa laachuu qaba jedhe Biiroon Fayyaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Hawaasni ittisaa fi of eeggannoo vayrasii koroonaaf xiyyeeffannaa laachuu qaba jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa.
Hogganaan biirichaa Dooktar Mangistuu…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman 52 ga’e
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sa'aa 24tti qorannaa laaboraatoorii namoota 264f taasifameen namoonni 8 vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Vaayrasichaan kan…
Weerarri vaayrasi koroonaa dhiyeessi midhaan nyaataa irratti dhiibbaa akka hin uumneef…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasi koroonaa dhiyeessi midhaan nyaataa irratti dhiibbaa akka hin uumneef xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ministeera Qonnaa beeksise.…
Naannon Gaambeellaa sirreeffamtoota seeraa 81f dhiifama godhe
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Naannon Gaambeellaa sirreeffamtoota seeraa 81f dhiifama godhe.
Naannichi sirreeffamtoota kanneenif dhiifama kan godhe tamsa'ina vaayrasii koroonaa…
Gareen nageenyaa ittisa vaayrasii koroonaa naannoo Tigraay sirreeffamtoota seeraa 1,601 dhiifama…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Gareen nageenyaa ittisa vaayrasii koroonaa naannoo Tigraay sirreeffamtoota seeraa 1,601 dhiifama taasise.
Qindeessaan garee nageenyaa obbo Takki'uu…