Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr.Abiy waggaa 26ffaa duguuggaan sanyii Ruwaandaatti itti raawwatame sababeeffachuun ergaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waggaa 26ffaa duguuggaan sanyii Ruwaandaatti itti raawwatame sababeeffachuun ergaa dabarsan.
Dooktar Abiy…
MM FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Baankii addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haala miidhaa diinagdee dhibeen #COVID-19n qaqqabsiisuu danda’u qolachuun danda’amurratti Preezdaantii Baankii…
MM FDRI Abiy Ahimad koree seera kabachisuu COVID -19 waliin mari’atan
Finfinnee Bitootessa 28, 2012(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree seera kabachisuu COVID -19 waliin mari'atan.
Har'a waaree booda Koree Xiqqaa Seera Kabachiisuu…
Taaksiiwwanii fi Awtoobisoonni seera ba’e cabsanii argaman Birrii kuma 5 ni adabamu
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Taaksiiwwanii fi Awtoobisoonni seera ba’e cabsanii argaman Birrii kuma 5 kan adabaman ta’uu Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee beeksise.…
Magalaa Finfinneetti haala yeroo daheeffachuun weerarri lafa seeraan alaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Magalaa Finfinneetti haala yeroo daheeffachuun weerarri lafa seeraan alaa muul’achaa jiraachuu Bulchiinsi magaalichaa beeksise.
…
Mootummaan dhaabbilee murtee vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darbanirratti tarkaanfiin ni fudhata…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Dhaabbilee murtee vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darbanirratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu itti aanaan kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar…
Kutaalee hawaasaa vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’anirratti qorannoo bal’inaan gaggeessuuf…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti kutaalee hawaasaa vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’anirratti qorannoo bal’inaan gaggeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 44 ga’an
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbanitti qorannoo laaboraatoorii namoota 164f taasifameen namni tokko vaayrasichaan qabamuu isaa mirkanaa’e.…
Naannoo Kibbaatti sirreeffamtoota kuma 12f dhiifamni godhame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti sirreeffamtoota seeraa kuma 12f dhiifamni godhamuu Abbaan Alangaa Waliigalaa naannichaa beeksise.
Abbaan Alangaa…
Magaalichatti Taaksiiwwan hamma fe’iinsa isaanii walakkaan akka hiri’san murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Taaksiiwwan hamma fe’iinsa isaanii walakkaan akka hir’isan murtaa’uu ibsame.…