Browsing Category
Oduu biyya keessaa
yoo waliin dhaabbannee fi waldhaggeeffanne weerara vaayrasii koroonaa to’achuuf carraa ni qabna…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Muumeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yoo waliin dhaabbannee fi waldhaggeeffanne weerara vaayrasii koroonaa to’achuuf carraa ni qabna jedhan.…
Dhaabbileen qajeelfama vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darban adabaman
Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Shaashamannee dhaabbilee qajeelfama vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darban adabuu beeksise.
Dhaabbilee qajeelfama…
Manni marichaa dhimmoota lamarratti murtee dabarse
Bitootessa 26, 2012 (FBC) –Manni Maree Ministirootaa yaa’ii idilee 81ffaa har’a viidiyoo konfaransiin gaggeesseen dhimmoota lamarratti murtee dabarse.
Manni marichaa wixinee…
Magaalichatti hanqinni dhiyeessii oomishaa akka hin mudanneef hojjetamaa jira – Injiinar…
Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sababa weerara vaayrasii koroonaan hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuu itti aanaan Kaantibaan…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 38 ga’an
Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbanitti namoota qorannoon laaboraatoorii taasifameef 89 keessaa namoonni 3 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii ibsame.…
Finfinneetti sochiin idilee hin dhaabbatu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sochiin idilee hin dhaabbatu jedhame.
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan tamsa'ina vaayrasii…
Abbaan taayitichaa dibatoota qulqullinaa mirkanaa fi eeyyama hin qabne ittise
Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa To'annoo Nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa dibatoota qulqullinaa (Hand sanitizers) mirkana ga'umsaa fi eeyyama oomishaatin ala gabaadhaf…
MM Dr Abiy dabalatee, hoggantoonni biyyoota Afrikaa marii bilbilaa taasisan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dabalatee, hoggantoonni biyyoota Afrikaa marii bilbilaa taasisan.
Walitti qabdummaa preezdaantii Afrikaa…
Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa kadhataa fi soomanaan uumaa araarfachuu fi dhibee vaayrasii…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa kadhataa fi soomanaan uumaa araarfachuu fi dhibee vaayrasii koroonaa dandamachuuf ummataaf waamicha dabarsan.…
Ityoophiyaa fi Noorweey vaayrasii koroonaa ittisuuf kan waliin hojjetan ta’uu beeksisan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw, ministira Dhimma Alaa Noorweey Iin Maarii Eeriiksan waliin dhimmoota tamsa'ina vaayrasii…