Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ogeeyyii fayyaa tajaajila tola ooltummaa laachuuf galmaa’aniif leenjiin Intarneetiin kallattiin…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ogeeyyii fayyaa tajaajila tola ooltummaa laachuuf galmaa’aniif leenjiin Intarneetiin kallattiin qophaa’uu ibsame.
Ministeerri Fayyaa ogeeyyii fayyaa…
Ibsa Gaddaa
Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC)-Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan lammiilee Itoophiyaa dhibee koroonaan lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhaga’ame…
Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) - Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan to’ataman.
Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan…
Hooggantoonni Ministeera Aadaa fi Turizimii hoteelota magaalichatti argamanirratti daawwannaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Hooggantoonni Ministeera Aadaa fi Turizimii hoteelota magaalichatti argamanirratti daawwannaa fi sakatta’insa tasaa taasisan.
Hooggantoonni…
Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun korma gurraacha qaluun waaqa kadhatan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun; vaayrasiin koroonaa Adduunyaa irraa akka baduuf Sirna Gondooroon korma gurraacha qaluun…
MM Dr. Abiy maatii fi firootaan maanguddoo dhibee vaayrasii koroonaan lubbuun darbaniif jajjabina…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad maatii fi firootaan maanguddoo dhibee vaayrasii koroonaan lubbuun darbaniif jajjabina hawwan.
Dooktar Abiy…
Ityoophiyaatti namni jalqabaa vaayrasii koroonaa lubbuun darbe
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namni jalqabaa vaayrasii koroonaa lubbuun darbuu himame.
Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa vaayrasiin koroonaa…
Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan.
Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa fuula Feesbuukiin…
MM Dr. Abiy Ahimad hooggantoota paartilee morkattootaa waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota paartilee morkattootaa waliin dhimma vaayrasi koroonaa (COVID-19) irratti maria’chaa jiru.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 5 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 5 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e.
Sa'aa 24 darbetti qorannaa laaboraatoorii samuudaa namoota…