Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy Ahimad, Jooseef Booreel waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka bu'aa olaanaa dhimma alaa fi imaammata nageenyaa Gamtaa Awrooppaa fi itti aanaa preezdaantii koomiishinii…
MM Dr Abiy, preezdaantii Kooriyaa Kibbaa Muun Jee Iin waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Kooriyaa Kibbaa Muun Jee Iin waliin mari'atan.
Turmaata isaanii bilbilaatin tamsa'ina…
Naannon Beenishaanguul Guumz jiraattonni naannichaa gorsa ogeeyyii fayyaa akka hordofan waamicha…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumz jiraattonni naannichaa gorsa ogeeyyii fayyaa akka hordofan waamicha dhiyeesse.
Of dagannaan…
Naannon Oromiyaa geejibni magaalaa keessaa fi geejiba ummataa naannoolee qaxxaamuran guutummaatti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa geejibni magaalaa keessaa fi sochiin geejiba ummataa naannoolee qaxxaamuran guutummaatti akka dhaabbatan murteesse.…
Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa'e.
Hoospitaalichi meeshaalee qabu waliin weerara vaayrasichaa…
Namoonni lamaan vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e jiraattota naannoo Amaaraati
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Guyyaa har'aa namoonni lamaan vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e jiraattota naannoo Amaarati.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka…
MM Dr Abiy hoggansa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa waliin viidiyoo koonfaransiin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa waliin viidiyoo koonfaransiin mari'atan.
Marii…
Aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan itti dabarsan daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan guyyoota 14 itti dabarsan daawwatan.
Aadde Adaanach…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga’an- MM Dr Abiy
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga'uu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Amma har'a ganamaatti…
Naannon Kibbaa sochiin geejiba ummataa akka adda citu murteesse
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Kibbaa sochiin geejiba ummataa akka adda citu murteesse.
Murtichi kan darbe weerara vaayrasii koroonaa ittisuufi.
Gareen…