Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannon Amaaraa geejibni ummataa gara naannichaa seenu akka hin jiraanne beeksise
Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Amaaraa kaleessaa eegalee geejibni ummataa gara naannichaa seenu akka hin jiraanne beeksise.
Kaleessa Bitootessa…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 21 ga’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) -Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 21 ga'aniiru.
Ityoophiyaatti namni vaayrasichaan lubbuusaa dhabe amma ammaatti…
Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii idil addunyaa 80 taasisaa ture adda kute
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyya har’aa irraa eegaluun balallii idil addunyaa 80 taasisaa tureadda kutuu beeksise.
Daandiiin Qilleensa…
Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vaayrasi Koroonaa ittisuuf sochiin tiraafika magaalaa keessaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vaayrasi Koroonaa ittisuuf sochiin tiraafika magaalaa keessaa akka dhaabbatu murteesse.
Haaluma kanaan guyyaa…
Waajjirri Muummee Ministiraa dhimma COVID-19 ilaalchisuun ibsa baaseera
Qaamoole fayyaa fi nageenya hawaasarrattii hokkora oofan irrattii qaamnii seera kabachiisuu hojii seera kabachiisuu siriittii akka raawwatu kallattiin kaa'ameera -waajjira Muummee Ministiraa…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaama miidhamtootaf gargaarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaama miidhamtootaf gargaarsa taasise.
Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee Injiinaar Taakkalaa Uumaa,…
MM Dr. Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Yuunaayitid Kingidaam waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Yuunaayitid Kingidaam Doominik Raab waliin COVID-19 walta’insaan ittisuurratti bilbilaan…
Magaalaa Adaamaatti tajaajjilli geejjibaa guutummaatti adda cite
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti tajaajjilli geejjibaa guutummaatti adda cite
Magaalaa Adaamaatti namoonni sadi vaayrasii koroonaa (COVID-19) qabaman argamuun…
Muummeen Ministira Abiy Ahimad preezdaantii Yuugaandaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad preezdaantii Yuugaandaa Yuweer Museeviinii waliin bilbilaan mari’atan.
Muummeen Ministira Abiy preezdaanti…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaa (COVID-19) qabaman 3 dabalatan argamuuu Ministeerri…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaa (COVID-19) qabaman 3 dabalatan argamuuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ibsa Ministeerri Fayyaa har’a…