Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala adeemsa filannoorratti mar’atame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Dhiibbaa weerarri vaayrsaii koroonaa filannoo bara kanaarratti uumuu danda’uu fi murtee fudhatamuu qaburratti mari’atame.
Boordiin…
Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin fudhame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun seeran ala daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin…
MM FDRI Abiy Ahimad dhiifama gaafatan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sagantaa galii walitti qabuu Paartii Badhaadhinaarratti dubbii godhaniin qaamoolee mufatan dhiifama gaafatan.…
Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute.
Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyyaa har’aa eegalee balallii…
Gaazexeessaan Faanaa Broodkaastiing Koorporeet qorannaa taasifameefin bilisa ta’uun…
Ityoophiyaatti lammii Jaappaan vaayrasiin koroonaa irratti argame waliin namoota hariiroo qabaniin walargee kan ture gaazexeessaan Faanaa Broodkaastiing Koorporeet qorannaa…
Sukkaarri kuntaalli 865 fi loon seeraan ala fe’amuun imalchiifamaa turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti sukkaarri seeraan alaa kuntaalli 865 to’atamuu waajjiri poolisii magaalichaa beeksise.
Waajjirichatti qorataan…
Finfinneetti mana dhiphaa keessatti 150 ta’uun shiishaa xuuxaa kan turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Finfinneetti mana gandaa dhiphaa keessatti 150 ta'uun shiishaa xuuxaa kan turan to'ataman.
Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee tamsa'ina…
Hospitaalonni tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hospitaalonni xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuun ibsame.
Hospitaalonni nageenyaa dhukkubsattootaa…
Waldichi tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 20 ramade
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 20 ramade.
Waldichi weeraricha ittisuuf Fannoo…
Finfinneen dhaabbilee daballii hin malle taasisan 767 irratti tarkaanfii fudhatte
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daldaltoota weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin fudhamuun itti fufeera.…