Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti balaa abiddaa qaqqabeen hojjettoonni yeroo balaa tasaa 2 miidhaman
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) -Finfinneetti balaa abiddaa gaaraajii tokkorratti qaqqabeen hojjettoonni yeroo balaa tasaa 2 miidhaman.
Balaa abiddaa gaaraajicharra ga'een…
Weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbaa diinagdeerratti uumamu adda baasuuf hojjetamaa jira- MM Dr…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbaa diinagdeerratti uumamuu malu mootummaan adda baasuuf socho'aa jira jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Bulchiinsi Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee abbootii qabeenyaa alseerummaan hojii albuudaa…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Bulchiinsi Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee abbootii qabeenyaa alseerummaan hojii albuudaa irratti bobba'an ittise.
Bulchaan Godina…
Ityoophiyaatti namoonni 3 dabalataan vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni sadi dabalataan vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa'e.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti namni lammii Jaappaan…
Koreen Bulchiinsaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa tatamsa’ina vaayrasi koroonaa ittisuurratti…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Koreen Bulchiinsaa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa walgahii guyyaa har’aa gaggeesseen tatamsa’ina vaayrasi koroonaa ittisuurratti mari’achuun murtii…
Naannoo kibbaatti dhaabbilee daldalaa 216 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaatti dhaabbilee daldalaa 216 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Sababa vaayrasii koroonaan waliin walqabatee dhaabbilee daldalaa daballlii…
Kutaalee hawaasaa sadarkaa jireenyaa gadi aanaarratti argamaniif giddugalli meeshaalee qulqullinaa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Finfineetti kutaalee hawaasaa sadarkaa jireenyaa gadi aanaarratti argamaniif giddugalli meeshaalee qulqullinaa walitti qabu…
Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waamicha dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Hajjii Muuftii Idriis tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waamicha dhiyeessan.…
Tumsaan tamsa’ina vaayrasii koroonaa yaa ittisnu – Waajjira MM
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Tokkoon keenya kan biraatif gaachana ta'uudhan tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuu qabna jedhe Waajjirri Muummee Ministiraa.
Waajjirichi ibsa…
Waliigalteen abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa waliin taasifamaa jiru, manneen…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Waliigalteen abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa waliin taasifamaa jiru, manneen gaffii daangaa keessa jiran hin dabalatu jedhame.…