Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shakkamaan daddabarsa namoota seran alaatin Iintarpoolin barbaadamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Shakkamaan daddabarsa namoota seran alaatin Iintarpoolin barbaadamaa ture to'annaa jala oole.
Shakkamtichi garee yakkaa daddabarsa namoota…
Miidhamaan koroonaa vaayrasii jalqabaa Ityoophiyaatti argamuu waliin walqabatee daldaltoota daballii…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Miidhamaan koroonaa vaayrasii jalqabaa Ityoophiyaatti argamuu waliin walqabatee daldaltoota daballii gatii taasisan irratti gareen hojii to'annaa…
MM Dr Abiy Ahimad ummanni osoo hin rifatin, fayyaa ofii fi maatiisaa eeguu qaba jedhan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni osoo hin rifatin fayyaa ofii fi maatiisaa eeguu qaba jedhan.
Dooktar Abiy miidhamaan…
Oromiyaatti bara kana lafti hektaarri kumni 3 fi 300 qamadii jallisii boneetin misoomaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Lafti heektaarri 200 godina Shawaa Kibba Lixaa, aanaa Sadan Sooddootti jallisii boneetin misoomaa jira.
Naannoo Oromiyaatti bara kana lafti hektaarri…
Preezdaant Saahilawarq, Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Yuugaandaa Yuweerii Kaaguutaa Muuseveenii waliin mari'atan.
Preezdaant Saahilawarq…
Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaatin qabame tokko argame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Ityoophiyaatti namni vaayrasii koroonaatin qabame tokko argame.
Qorannaa Ityoophiyaatti taasifameen lammiin Jaappaan tokko vaayrasii…
Preezdaant Saahilawarq Ityoophiyaanota Naayroobii jiraatan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Naayroobiitti Ityoophiyaanota waliin mari'atan.
Preezdaant Saahilawarq daawwii isaanii Keeniyaatin…
Manni Maree Nageenya Dubartootaa Oromiyaa hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012(FBC) – Federeeshiniin Dubartoota Naannoo Oromiyaa walga'ii guyyaa lamaaf gaggeessaa ture goolabe.
Federeeshinichi Mana Maree Nageenyaa Dubartoota Naannoo…
Jilli garee abbootii qabeenyaa Sudaan naannoo Tigraay daawwachaa jiru
Finfinnee, Bitootesaa 4, 2012 (FBC)- Jilli garee abbootii qabeenyaa Sudaan naannoo Tigraay daawwachaa jiru.
Jilichi torbee tokkoof turtii taasisuun filannoo invastimantii akka…
Hidha Haaromsaarratti mariin beekumsarratti hundaa’e murteessaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Hidha Haaromsaarratti mariin beekumsarratti hundaa'e murteessaa ta'uun ibsame.
Waltajjii marii hayyootaa Hidha Haaromsaa fi laga…