Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan ejjennoo hidha haaromsarratti qabdu hubachiisuf biyyoota garagaraatti jila ergite
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan ejjennoo hidha haaromsarratti qabdu hubachiisuf biyyoota garagaraatti jila ergaa jirti.
Bu’uuruma kanaan gareen jila Preezdaanti FDRI…
Godina Shawaa Bahaatti motar Saaykiloonni 377 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanoota toorbatti sakkata’insa tasaa gaggeeffameen yakkaaf kan oolaan motar Saaykilonni 377 to’atamuu poolisiin beeksise.…
Preezdaant Saahilawarq, Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari'atan.
Turtii masaraa biyyoolessaa mootummaa Keeniyaatti…
Aanaa Dirree Incinniitti meeshaaleen koontiroobaandii to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Dirree Incinniitti meeshaaleen koontiroobaandii to'atamaniiru.
Meeshaaleen to’ataman konkolaataa fe’umsaatin…
Jilli Jeneraal Biraanuu Juulaatin duurfamu, muummee ministiraa Sudaan waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa itti aanaan eetaamaajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaatin duurfamu muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama laatan.
Haaluma kanaan;
1/Aadde Hiywat Moosisaa; daayreektara olaantuu Koorporeeshinii Injinariingii…
Miidhaa Hidha Haaromsaarra ga’u kamuu ittisuu fi tarkaanfii deebii fudhachuuf qophii ta’uu Raayyaan…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Miidhaa Hidha Haaromsaarra ga’u kamuu ittisuu fi tarkaanfii deebii fudhachuuf qophii ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI beeksise.
Eetaamaajooriin…
Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa milkiin xumurame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Leenjiin hoggantoota giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa milkiin xumuramuu Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa ibse.
Guyyoota 15f…
Bitootessa 10 eegalee paaspoortii haaraan baatii tokkotti kennamuu ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) –Bitootessa 10 eegalee paaspoortii haaraan baatii tokkotti kennamuu ni eegala.
Eejansiin Immigreeshinii, Lammummaa fi Taateewwanii akka beeksisetti,…
Hojiin hubannoo uumuu fi qindoominaan balaa tiraafikaa to’achuu cimee akka itti fufu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) - Hojiin hobannoo uumuu fi qindoominaan balaa tiraafikaa to’achuu cimee akka itti fufu Ministeerri Geejibaa ibseera.
Minsteerichi ibsa…