Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz muudama addaddaa raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) - Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz muudama addaddaa raggaasise.
Manni marichaa walga'ii ariifachiisaa 5ffaa bara hojii 5ffaa…
Manni marichaa muudama dhiyaatef raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FCB) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaasaa har'a gaggeessera.
Manni marichaa walga’iisaa guyyaa…
Preezdaant Saahilawarq Naayroobii jiru
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen daawwidhaaf Naayroobii jiru.
Preezdaant Saahilawarq daawwii guyyaa tokkootifi gara Naayroobii kan imalan.…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamolee lubbuu lammiilee nagaa galaafatan seeraatti dhiyyeessuuf ni…
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamolee lubbuu lammiilee nagaa galaafatan seeraatti dhiyyeessuuf kan hojjetu ta’uu beeksise.
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo…
Qonnaan bultoota adda duree invastimantiitti ceesisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) - Qonnaan bultoota adda duree godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Invastimantiitti ceesisuuf bu’uura danbii Invastimantii irra beebiin ba’een…
Dr. Abiy barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’ataan
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.…
Eebbi jaarsoolii biyyaa bu’uura badhadhinaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbi jaarsoolii biyyaa bu’ura badhaadhinaati jedhan.
Dooktar Abiy kana kan jedhan guyyaa har’aa…
Konfaransiin hoteelaa fi tuuriizimii biyyaaleessaa 2ffaan magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Konfaransiin hoteelaa fi tuuriizimii biyyaaleessaa 2ffaan Bitootessa 7 – 9, 2012 magaalaa Hawaasaatti ni gaggeeffama jedhame.
Konfaransiin hoteelaa…
Kaartaa qabiyyee lafaa qopheessuuf qophiin eegalame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Inistiityuutiin Infoormeeshiinii Ji’oospeeshaalii Ityoophiyaa fi Baankiin Lafaa fi Koorpooreeshiniin Misoomaa kaartaa qabiyyee lafaa waliin qopheessuuf…
Ityoophiyaatti bu’aan qorannoo namoota mallattoo vaayrasii koroonaan walitti dhiyaatu agarsiisanii…
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) Namoota 5 irratti mallattoon vaayrasii koroonaan walitti dhiyaatu muul’atee bu’aan qorannoo isaanii eeggamaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa…