Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy Ahimad duula qulqullinaarratti hirmaatan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Muummee Ministirra Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin ta'uun duula qulqullina irratti hirmaatan.
Duula…
Badhaadhinni egeree biyyaa itti fuufsisuuf itti gaafatama dachaa paartii fudhatedha – MM Dr. Abiy…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Badhaadhinni egeree biyyaa itti fuufsisuuf itti gaafatama dachaa paartii fudhatedha jechuun Muummeen Ministira FDRI fi preezdaantiin paartii…
Balaa tiraafikaa Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Balaa tiraafikaa Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu poolisiin beeksise.
Balichi minibaasii Hararii gara…
Kana hin hojjetinaa, kana ammoo mallateessaa wanti jedhu sirrii miti – obbo Dammaqaa Makoonnan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Mana Maree Qindeessituu Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa yaa'ii idilee 12ffaasaa gaggeesse.
Sadarkaa ijaarsa…
Preezdaant Saahilawarq hoggansa Kookaa Koollaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoggansa Kookaa Koollaa Kaampaanii waliin mari'atan.
Preezdaant Saahilawarq jila dura taa'aa…
Boordichi komii paartileerraa dhiyaatef, qaamoleen komiin irratti dhiyaate ibsa akka laatan waamicha…
Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa komii paartilee siyaasaarraa dhiyaatef, qaamoleen komiin irratti dhiyaate ibsa akka laatan waamicha…
Obbo Gadduun Jaappaanitti Proofeesara Yuunvarsiitii Fuukowaakaa Maatisufuujii Koojii waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Jaappaanitti Proofeesara Yuunvarsiitii Fuukowaakaa Maatisufuujii Koojii waliin…
MM Dr Abiy Ahimad baga ayyaana injifannoo Kaarraamaarratiin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baga ayyaana injifannoo Kaarraamaarraan ittiin isin ga'e jedhan.
Ayyaanni injifannoo Kaarraamaarraa…
Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil Addunyaa waliin mari’atan.
Daayreektarri olaanaa…
Inistiitiyuutiin Baayoo Teeknooloojii Ityoophiyaa qoricha dhukkuba koleeraa lukkuu ittisu gabaadhaf…
Finfinnee, Guurrandhala 26, 2012 (FBC) - Inistiitiyuutiin Baayoo Teeknooloojii Ityoophiyaa qoricha dhukkuba koleeraa lukkuu ittisuuf gargaaru hojjechuudhan gabaa Afrikaatif dhiyeesse.…