Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa abiddaa magaalaa Sireetin miidhaan ga’e
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Balaa abiddaa magaalaa Sireetti qaqqabeen miidhaan qabeenyaa fi qaamaa namootarra ga’eera.
Godina Wallaga Bahaa aanaa Sibuu Siree magaalaa…
Odeeffannoowwan sobaa filannoorratti rakkoo akka hin uumne hojjetamuu qaba- hayyoota
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Filannoo bara kana gaggeeffamuun walqabatee odeeffannoowwan sobaa miidiyaalee hawaasatiin tamsa’an rakkoo akka hin uumne hojjetamuu akka qabu…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Kookaa Koollaa Kaampaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Kookaa Koollaa Kaampaanii waliin mari'atan.
Dooktar Abiy dura taa'aa Kookaa Koollaa…
Mootummaan Xaaliyaan Ityoophiyaadhaf deeggarsaa fi liqaa Birrii biiliyoona 1.04 laate
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Mootummaan Xaaliyaan Ityoophiyaadhaf deeggarsaa fi liqaa Birrii biiliyoona 1.04 laate.
Kana keessaa Birrii miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni…
Dhaabbanni Qonnaa fi Nyaata Addunyaa Ityoophiyaatti weerara awwaannisa ittisuuf Doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Qonnaa fi Nyaata Addunyaa Ityoophiyaatti weerara awwaannisa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 4.5 laachuuf waadaa gale.…
Magaalaa Shanootti lafti kaaree meetirri 60,656 seeraan ala maqaa invastimantiitin qabame baankii…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Magaalaa Shanootti lafti kaaree meetirri 60,656 seeraan ala maqaa invastimantiitin qabamee ture baankii lafaatti deebi'e.
Waajjirri Dhimmoota…
Guyyaa guyyaan hoomaan awwaannisaa 2-3 gara Ityoophiyaa seenaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Guyyaa guyyaan hoomaan awwaannisaa 2-3 gara Ityoophiyaa seenaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa Ityoophiyaa beeksise.
Hoomaan awwaannisaa…
Hafteen buqqee mataa waggaa miiliyoona 1.5 lakkoofsise Afaaritti argame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Hafteen buqqee mataa waggaa miiliyoona 1.5 lakkoofsise naannoo Afaaritti argame.
Hafteen buqqee mataa hoomoo irreektas meeshaa bara…
Yuunvarsiitiin Arsii meeshaalee yaalaa deeggarsaan argate
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) -Yuunvarsiitiin Arsiitti Hospitaalli Riifeeraalaa fi barsiisummaa Asallaa meeshaalee yaalaa garaagaraa Birrii miiliyoona 70 ol baasaan deeggarsan…
Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 31.6 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 31.6 olitti tilmaamamu to’atamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Guyyoota shanan darban…