Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM FDRI Dooktar Abiy biqiltuu dhaaban bishaan obaasan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad biqiltuu naannoo ‘CMC’ tti dhaaban bishaan obaasaniiru.
Dooktar Abiy galgala kana naannichatti…
Mootummoonni naannoollee ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Mootummoonni naannoolee, bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi dhaabbileen federaalaa ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsaniiru.…
Bulchiinsi magaalichaa eebbifamtoota bara 2010 fi 2011 kuma 8 gitoota hojii garaagaraarratti ramade
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee eebbifamtoota haaraa bara 2010 fi 2011 kuma 8 gitoota hojii garaagaraarratti ramaduu beeksise.
Ulaagaalee…
Duulli qulqullina naannoo fi Ispoortii waliinii gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Hoggansi sadarkaa naannoo Oromiyaa leenjii Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachaa jiran duula qulqullina naannoo fi Ispoortii waliinii taasisan.…
Adwaan dirree injifannoo gurraachootni warra adii itti qaanessaniidha – BDhKMNO
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Adwaan dirree injifannoo gurraachootni warra adii itti qaanessanii fi seenaan yoomuu hin dagatamne kan itti galmaa’e ta’uu Biiroon Dhimmoota…
Ijaarsi Istaadiyeemii Aqaaqii Qaallitti ariitiin xumuramuun tajaajilaaf ooluu qaba – Injiinar…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 ( FBC) - Ijaarsi Istaadiyeemii Aqaaqii Qaallittii ariitiin xumuramuun tajaajilaaf ooluu akka qabu itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee Injiinar…
Ijaarsi buufata konkolaataa Qaallittii % 98 xumurame.
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Ijaarsi buufata konkolaataa Qaallittii % 98 xumurame.
Buufanni kun baatii tokko keessatti tajaajilaaf ni qophaa’a jedhame
…
MM Dooktar Abiy guyyaa injifannoo Adwaa ilaalchisuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa Guyyaa injifannoo Adwaa ilaalchisuun ummata Ityoophiyaa hundaaf ergaa baga geessanii…
Sudaan Hidha Haaromsaa akka deeggartu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Sudaan himan
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) - Sudaan Hidha Haaromsaa akka deeggartu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Sudaan Amaasaaddar Abdel Bilaal Abdelsalaam himan.
Mariiwwan…
Ogeessoonni aartii proojaktoota magaalaa Finfinneetti ijaarama jiru daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) - Ogeessoonni aartii proojaktoota magaalaa Finfinneetti ijaarama jiru daawwatan.
Ogeessoonni aartii proojaktoota bareedina shaggarii fi Inxooxxoo…