Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sochii konkolaattota fe’umsaa jajjaboorratti fooyyessi sa’aatii taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Sochii konkolaattota fe'umsaa jajjaboorratti fooyyessi sa'aatii taasifame.
Fooyyessa sa'aatii haaraa kanaan konkolaattonni fe'umsaa jajjaboon…
Sanbatee Shaallaatti proojaktiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 74 olin ijaarramuufi
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Godina Arsii lixaa aanaa Sanbatee Shaallaatti proojaktiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 74 oliin ijaarsisuuf haaldureen xumuuramaa jiraachuu…
Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoonni 2,332 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoonni 2,332 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse.
Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Mootummaa Naannoo…
Magaalichatti sirni to’annoo tiraafikaa ammayyaa’aan hojiirra oolufi
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajila geejjibaa fooyyeessuuf, intalajansiin sirna geejjibaa to’annoo tiraafikaa ammayyaa’aa hojiirra oolufi.
Sirnichis…
Humni Qilleensaa FDRI hoggansa olaanoof guddina laate
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hoggansa olaanoof guddina laate.
Sirna Ajaja Waliigalaa Humna Qilleensaa FDRI, Bishooftuutti har'a…
Magaalaa Sabbataatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Jiraattonni Magaalaa Sabbataa fi Naannawaa ishee hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadif gaggeeffameera..
Jiraattonni…
Asallaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) –Magaalaa Asallaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffameera.
Jiraattonni magaalaa Asallaa hiriirichaan deeggarsa…
Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegale
Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegale
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegalemeera.
Baahireenitti waajjirrii qonsiila FDRI…
Preezdaantiin Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Finfinnee galaniiru
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Ursuulaa Voon Dar Leeyn Finfinnee galaniiru.
Ursuulaa Voon Dar Leeyn walga’ii waloo Gamtaa Afrikaa…
MM FDRI Dooktar Abiy jiraattoota godina Alaabaa fi Kambaataa Xambaaroo galateeffatan
Finfinnee, Gurraandha 18, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo’aa jiraattoonni godina Alaabaa fi Kambaataa Xambaaroo taasisaniif galateeffataniiru.…