Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa gamtaa Afrikaa ta’uun filataman
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jibuutiin miseensa mana maree nageenyaa Gamtaa Afrikaa ta’uun filatamuun isaanii ibsameera.
Biyyoonni lamaanuu waggoota lamaaf…
Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan ni…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Baha Ityoophiyaatti dabbabarsa nyaataa fi qorichoota seeraan alaarratti to’annoo cimaan akka barbaachisu koreen dhaabbii dhimmoota dubartoota,…
Obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Demokraatik Riippabliika Koongoo fi Taanzaaniyaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Obbo Gadduu Aandaargaachaw gita isaanii Demokraatik Riippabliika Koongoo fi Taanzaaniyaa waliin mari’atan.
Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo…
Naannoo Amaaraatti proojaktoonni misooma jallisii Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarramuufi
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaraatti proojaktoonni misooma jallasii haaraan 200 Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 21n ijaarramuuf akka ta’e Biiroon Qonnaa naannichaa…
Sababa Koroonaa Vaayrasiin balalli gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun fudhatama hin qabu –…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Sababa Koroonaa Vaayrasiin daandiiwwan qilleensaa Afrikaa tokko tokko balalli gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun fudhatama akka hin qabne Gamtaa…
Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar %26 ga’e
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar %26 ga’uu Abbaan Taayitaa Eegumsaa fi Qorannoo Hambaa beeksise.
Masarichi kan ijaarramee waggaa 140 dura.…
Dhaabbaticha cimaa fi dorgomaa taasisuuf hojjetamaa jira -Dr Warqinah Gabayyoo
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoon dhaabbata hogganan cimaa fi dorgomaa taasisuuf hojjechaa jiraachuu…
Baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf tumsi hawaasa idil addunyaa gaafatame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf tumsi hawaasa idil addunyaa gaafatame.
Ittisaa fi to'annoo weerara awwaannisaarratti magaalaa…
MM Dr Abiy Ahimad jiraattonni, keessummoota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif simannaa fi keessummeessa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jiraattonni magaalaa Finfinnee keessummoota yaa'ii Gamtaa Afrikaatif simannaa fi keessummeessa gaarii akka…
Qorannoon hariiroo naannolee cimsuu danda’u gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa argannoo qorannoo hariiroo naannoolee cimsuu danda’u irratti gaggeessaa ture mariif dhiyeessaa jiraachuu ibse.
Ministeerichatti…